Waraanni Bilxiginnaa Horroo Guduruu Wallaggaatti hojjettoota mootummaa dirqamsiisuun sakatta’a Waraana Bilisummaa Oromoof bobbaasa jiraachuun dhaga’aame.
(SQ-Caamsaa 3,2022) Mootummaan Bilxginnaa maqaa oppireeshinii farra riphee lolaa jedhuun Oromiyaa guutuu irratti lola erga labsee bubbuleera. Haaluma kanaan Waraanni…