Aanaa Noonnootti Haleellaa hidhattootaan lubbuun namaa darbuun manneen 40 ol gubatan
Aanaa Noonnootti Haleellaa hidhattootaan lubbuun namaa darbuun manneen 40 ol gubatan (SQ-Ebla 14,2022) Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti haleellaa hidhattoonni…
Aanaa Noonnootti Haleellaa hidhattootaan lubbuun namaa darbuun manneen 40 ol gubatan (SQ-Ebla 14,2022) Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti haleellaa hidhattoonni…
Abiy Ahimad duula Oromiyaa olaantummaan akka hooggananiif Qondaalota waraanaa sadii muuduun dhagahame. (SQ-Ebla 14,2022) Odeeffannoon keessoo Bilxginnaatti ba’uu akka mul’isutti,…
SQ-Ebla 13,2022! Ergaa Baga GGO Ebla 15, 2022 Ganna 37ffaa geessanii, Jaallan Hoogganootaa fi Qondaalota ABO Mana Hidhaa Burraayyuu irraa.…
Qondaali ABO Jaal Gadaa Gabbisaatti Dhibeen hammaachuun haala hamaa keessa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 13,2022) Qondaalli ABO Jaal Gadaa Gabbisaa kan…
Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa fi itti aanaan isaa har’a Finfinnee galu (SQ-Ebla 13,2022) Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Deevid…
Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Gandeeniifi Magaalaa keessa deemanii Waraanni murna Bilxiginnaa Uummata nagaa hidhuun dararaa hamaa irratti gaggeessaa…
SEENAA GABAABA GUYYAA GOOTOTA OROMOO (EBLA 15) ABOn bara 1973 Hundeeffamee Sagantaan Siyaasaa isaa bara 1974 barraa’uun bara 1976 ragga’ee…
Mootummaan Bilxginnaa Waraana Ertiraa Kuma 10 ol Oromiyaatti bobbaasaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 11,2022) Mootummaan Bilxginnaa yeroo garaa garaatti Maqaa shanee…
Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo (GGO) Ibsa-ABO- Ebla 11, 2022 Biyyootni fi Sabootni Addunyaa kana irra jiran gootota seenaa…
Godina Kibba Lixaa Shaggar Aanaa Ammayyaatti tikni PP uummataa jumlaa hidhun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 10,2022) Erga maqaa Oppireeshinii farra riphee lolaa…