Gujii Lixaatti Waraanni PP Obboleeyyan lama dabalatee namoota 7 ajjeesse.
Gujii Lixaatti Waraanni PP Obboleeyyan lama dabalatee namoota 7 ajjeesse. (SQ-Ebla 10,2022) Mootummaan Bilxginnaa maqaa Oppireeshiinii farra riphee lolaa jedhuun…
Gujii Lixaatti Waraanni PP Obboleeyyan lama dabalatee namoota 7 ajjeesse. (SQ-Ebla 10,2022) Mootummaan Bilxginnaa maqaa Oppireeshiinii farra riphee lolaa jedhuun…
(SQ-Ebla 9,2022) Guyyaa kaleessaa Ebla 08, 2022 deebii argameen Ragaan qorannoo Hospitaalaa guyyoota 20f taasifame akka mul’isutti jaal Gadaa Gabbisaa…
𝗟𝘂𝗯𝗯𝘂𝘂𝗻 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼𝗳 𝗕𝗮𝗮𝘁𝗲 𝗞𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗮 𝗢𝗹𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗤𝗮𝗯𝗱𝗶! (SQ-Ebla 09,2022) A̼k̼k̼a̼ ̼s̼a̼l̼p̼h̼a̼a̼t̼t̼i̼ ̼a̼s̼ ̼h̼i̼n̼ ̼g̼e̼e̼n̼y̼e̼.̼ ̼W̼a̼r̼e̼e̼g̼a̼m̼a̼ ̼g̼u̼d̼d̼a̼a̼t̼u̼ ̼i̼t̼t̼i̼ ̼k̼a̼f̼a̼l̼a̼m̼e̼.̼ ̼D̼h̼i̼i̼g̼n̼i̼ ̼i̼l̼m̼a̼a̼n̼ ̼O̼r̼o̼m̼o̼o̼…
Finfinneefi Asallatti Hordoftoonni Amantaa Muslimaa hiriira mormii geeggeessan (SQ-Ebla 8,2022) Tibba kana mootummaan Bilxginnaa Baratoonni Muslimaa Hijaata uffatanii akka mana…
Taabota Galaanitti argame jedhameen wal-qabatee bulchiinsi magaalaa akeekkachiisa kenne (SQ-Ebla 8/2022) Tibba kana dhimmi Taabota magaalaa Galaanitti lafa keessaa qotamee…
Oolmaa Mana Murtii Waliigalaa Calcalii/Saarbeet (SQ-Ebla 7,2022) koreen qindeesituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa(MCBNO) Ji’oota shan booda har’a mana murtii…
Waraanni Bilxiginnaa fi finxaaleyyiin Amaaraa wal tumsuun Shawaa Lixaatti uummata nagaa 4 ajjeesun 6 ammoo madeessan (SQ-Ebla 7,2022) Finxaaleyyiin Amaaraa…
#IRBUU_SHINNIGAA Imala dheertuu niyyaan alaalaa Egeree iftuu fagootti ilaalaa….. Mullata guddaaf osoo deemanii Hireen hammaatte kiyyoo seenanii Maal goona garuu…
Wayita ammaa Lammiileen Oromiyaa fi Oromiyaan rakkoo hamaa keessa jiru. Sirni bulchiinsaa diriiree ummataaf tajaajila kennu yoo maqaaf ta’e malee…
Wixineewwan seeraa HR6600 fi S3199 US Itoophiyaa ilaallatan raggaasisuun akka turu murtaa’eeraa jedhame soba ta’uu BBCn mirkaneesse. (SQ-Ebla 7,2022) Mootummaan…