Arsiitti murni PP sabboontotaa fi miseensota ABO jumulaan hidhaa jiru.
#Arsii Godina Arsii Lixaatti ummata nagaa fi maatii miseensota ABO jumulaan hidhaatti guuruun itti fufeera. Murni Abbaa Irree PP calqaba…
#Arsii Godina Arsii Lixaatti ummata nagaa fi maatii miseensota ABO jumulaan hidhaatti guuruun itti fufeera. Murni Abbaa Irree PP calqaba…
Godina Salaaleetti Lola #WBO fi waraanaa pp gidduutti adeemsifameen lubbuun namoota nagaa darbe. Godina Salaalee Yaayyaa Gullalleetti guyyaa har’aa Amajji…
Aanaa #Amuruutti namoonni 17 “ijoolleen isaanii hidhattootatti makamaniiru” jedhamanii hidhaman Naannoo #Oromiyaa godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruutti maanguddoo ganna…
Naannoo Oromiyaa magaala Sandaafaatti konkolaachiftoonni baajaajiifi gaarii fardaa “dirqamaan akka leenji’an” ajajni darbuu konkolaachiftoonni dubbatan. Akkaataa qajeelfama kanaatiin, konkolaachiftoonni…
Ukkaamsaan Dr.Abiyyi Ahimad fuula ifaan kan deeggaramedha‼️ Waajirri Muummee ABO kan Gullalleetti argamu erga ugguramee waggaa 4 fi walakkaa taheera.…
Amerikaan miseensummaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa ba’uuf karoora qopheessaa akka jirtu Tiraamp himan. Murteen Tiraamp hojiirra yoo oole dhaabbata Fayyaa…
Qormaatota qabsoo bilisummaa oromoo har’aa‼️ Diinota qabsoo keessaa diinni keessoo baay‟ee hamaadha. Dhimmi kun oduu durii oromoo tokko na…
Oromiyaa Bahaa Harargee Lixaa keessatti namoota dhuunfaa hojii idilee isaanii irraa qabanii hidhanii murni Abbaa Irree yakka shororkeessummaan himachuun murtee…
“Oromoon Masara Miniliik seenu; ofiis,Oromoos balleessee bada” Professor Mararaa Guddinaa‼️ Mootummaan Abbaa Irree PP maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo balleessuu jedhuun…
“Qaawwa Sareen Banteen Waraabessi Seena” Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Lammiileen Oromiyaa qe’ee fi qabeenyaa isaanii irraa buqqa’anii baqattuu,…