Kanaadaan taarifa 25% oomisha ishee gara Ameerikaatti galfamu irratti fe’aa jirru yoo kaffaluu dadhabde, kutaa biyyaa Ameerikaa 51ffaa ta’uu qabdi jedhan Traamp
Kaanaadaan Ashuuraa (Qaraxa) oomisha Ameerikaa irratti doolaara biiliyoona 100 tahu taarifa kaa’uu akka dandeessu akeekkachiiste. Doonaald Tiraamp taarifa daldalaa dhibbeentaa…