Shawaa Bahaa Fi Lixaatti humni qiileensaa Bilxiginnaa Dirooniin uummata nagaa haleele. (SQ-Sadaasa 7,2022) Sadaasa 06, 2022 Godina...
Uncategorized
Koree Bulchinsa Mootummaa Cehumsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa MOOTUMMAA CE’UMSAA DURSANII IJAARUUN MAALIIF BARBAACHISE? Hundeeffama dhaabbata Liigii Biyyootaa...
Dhibeen Koleeraa Itiyoophiyaatti mul’achaa jiru lubbuu namaa galaafachuu dubbata dhaabbati gamtaa mootummootaa (SQ-Sadaasa 4/2022) Jaarmayaa Gamtaa Mootummootaatti...
Wallagga Lixaa aanaa Boojii Birmajjii magaalaa Biilaatti halleellaan raawwate kan dubbatamuun ol ta’uu odeeffannoon arganne ifa godha....
Shawaa Bahaa Fantaalleefi naannoo isheetti tajaajilli Neetoorkiifi Baankii adda cituun hawaasni rakkoof saaxilamaa jira. (SQ-Sadaasa 4,2022) Godina...
‘Waliigalteen waraana dhaabuu miidhamtootaf haqa fiduu qaba’-Aministii Intarnaashinal (SQ-Sadaasa 3,2022) Jaarmiyaan mirga namoomaaf dhaabatu Aministii Intarnaashinaal waliigaltee...
Hawaasi Oromoo Washington DC fi naannooshee jiraatan hiriira bahuun haleellaa Diroonii fi yakkoota waraanaa bulchiinsi Abiy Ahimad...
Wallaggaa Lixaa Magaalaa Biilaatti haleellaa humni qiileensaa Bilxiginnaa uummata nagaa irratti raawwateen namoonni 70 ajjeefaman. (SQ-Sadaasa 3,2022)...
Miseensi Mana Maree Bakka Buutota Ummataa UK Ertiraan Waraana ishee gara Tigiraayitti bobbaasuun, qooda fudhataa jiraachuu isheetiin...
Roorroon daangaa darbe baraan ummata Oromoo irratti qaama aangoo Siyaasaa afaan Qawween dhuunfateen gaggeeffamu dhaabbachuu qaba jenna...