Ijoo Dubbii ABO
Roorroon daangaa darbe baraan ummata Oromoo irratti qaama aangoo Siyaasaa afaan Qawween dhuunfateen gaggeeffamu dhaabbachuu qaba jenna ammas. Ijoo Dubbii…
Roorroon daangaa darbe baraan ummata Oromoo irratti qaama aangoo Siyaasaa afaan Qawween dhuunfateen gaggeeffamu dhaabbachuu qaba jenna ammas. Ijoo Dubbii…
Shawaa kaabaa Warra Jaarsoo fi Ambootti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa lama ajjeesan. (SQ-Sadaasa 2,2022) Godina shawaa kaabaa aanaa Warra Jaarsoo…
Kaayyoon marii nagaa Afrikaa Kibbaatti mootummaa Itoophiyaa fi humnoota Tigraay gidduutti gaggeeffamu waraanni Eertiraa Itoophiyaa keessaa akka bahu gochuudha jette…
Finxaaleyyiin Amaaraa Wallagga Bahaa Giddaa Ayyaanaatti namoota nagaa ajjeessu itti fufan. (SQ-Sadaasa 1,2022) Mootummaan Bilxiginnaa ilmaan oromoo irratti ajjechaa gara…
Lammiileen miliyoona 1.5 Oromiyaarraa, walakkaa miliyoonaa kan ta’an naannoo Tigraay, Affaarii, Amaaraatii sababa hongeefi waraanaatiin buqqa’uu UNICEF beeksise. (SQ-Sadaasa 1,2022)…
Bilxiginnaan haleellaa xiyyaaraa Wallagga lixaa Mana sibuutti fudhateen daa’imni tokko du’uun namoonni saddeet madaa’uun dhaga’ame. (SQ-Sadaasa 1,2022) Mootummaan bilxiginnaa kaleessa…
Mariin nagaa Itoophiyaa Afrikaa Kibbaatti taa’amaa jiru hanga Roobiitti dheereffame (SQ-Onkoloolessa 31,2022) Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi humnoota Tigraay gidduutti torban…
Warri waraana Itoophiyaa keessatti hirmaatan hunduu dhiittaa mirga namoomaa raawwataniiru jedhe dhaabbani mirga namoomaaf falmu Amnastii International. (SQ-Onkoloolessa 30,2022) Waraana…
Iluu Abbaa Booraaf Shawaa Kaabaatti Waraanni PP namoota lama ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 27,2022) Godina Iluu Abbaa Booraa aanaaa Noopha ganda Ulmayyaatti…
𝐎𝐛𝐛𝐨 𝐑𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐐𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐃𝐮’𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐨𝐪𝐨𝐭𝐮𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐁𝐎 – 𝐎𝐧𝐤𝐨𝐥𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚 𝟐𝟕,𝟐𝟎𝟐𝟐 Obbo Raggaasaa Qopheessaa, Abbaan Miseensa…