Baalee Lixaa Agaarfaatti waraanni Bilxiginnaa manneen 20 qabeenya waliin gube
Baalee Lixaa Agaarfaatti waraanni Bilxiginnaa manneen 20 qabeenya waliin gube (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Godina Baalee Lixaa aanaa Agaarfaa ganda Odaa Nageellee…
Baalee Lixaa Agaarfaatti waraanni Bilxiginnaa manneen 20 qabeenya waliin gube (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Godina Baalee Lixaa aanaa Agaarfaa ganda Odaa Nageellee…
Giddaa Ayyaanaatti Waraanni bilxiginnaa barattuu tokko rasaasaan rukutuun madeesse. (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Onkoloolessa 24, 2022 Godina Wallagga bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaa…
Godina Harargee lixaa mi’eessootti, “maatii shaneeti” jechuun waraanni pp namoota nagaa lama ajjeesan. (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Onkololeessa 25, 2022 Godina Harargee…
Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi humnoota Tigraay gidduu Afrikaa Kibbaatti jalqabe (SQ-Onkoloolessa 25,2022) Mariin nagaa mootummaafi humnoota Tigraay gidduu guyyaa Kibxataa…
Horroo Guduruu Shaambuu fi Baakkootti waraanni Bilxiginnaa dargaggoota lama ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 25,2022) Guyyaa dheengaddaa jechuun onkololesssa 23,2022 waraanni Mootummaa Bilxiginnaa…
Shawaa Lixaa aanaa Cobiifi Wallaggaa Bahaa Nuunnuu Qumbaatti haleellaa diroonii PP’n raawwatameen namoonni nagaan 70 caalaan ajjeefamuun dhagahame. (SQ-Onkoloolessa 24,2022)…
Godina Gujii Bahaa fi Qellem Wallaggaatti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 7 ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 24,202) Waraanni mootummaa paartii Bilxiginnaa uummata nagaatti…
𝐀𝐣𝐣𝐞𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐇𝐢𝐝𝐡𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐇𝐢𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐧𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐉𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐘𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐭𝐢. 𝐀𝐁𝐎𝐧 𝐇𝐚𝐥𝐞𝐞𝐥𝐥𝐚𝐚…
Nuunnuu Qumbaa Ganda Waamaa Adareetti humni Qilleensaa Mootummaa Bilxiginnaa xiyyaaran uummata nagaa haleele. (SQ-Onkloolessa 23,2022) Humni Qilleensa Mootummaa Paartii Bilxiginnaa…
Ajjeechaafi saamichi, manneen uummataa gubachuun ammas Amuruu irraa hin dhaabbanne. (SQ-Onkoloolessa 22/2022) Haleellaa humnoonni Amaaraa Faannoo jedhamaniifi pp Uummata nagaa…