Godina Guraageetti Manni marii Murtoo Uummanni Gaafate Fudhate.
Godina Guraageetti Manni marii Murtoo Uummanni Gaafate Fudhate. (SQ-Hagayya 11,2022) Manni Marii Godina Guraagee, godinoota ollaa isaa jiran waliin/kilaasteriidhaan Bulchiinsa…
Godina Guraageetti Manni marii Murtoo Uummanni Gaafate Fudhate. (SQ-Hagayya 11,2022) Manni Marii Godina Guraagee, godinoota ollaa isaa jiran waliin/kilaasteriidhaan Bulchiinsa…
Waraanni Bilxiginnaa Godina Arsii Bahaa Aanota Garaagaraatti Manneen Qotee Bulaa gubuu cimsee itti fufee jira. (SQ-Hagayya 11,2022) Godina Arsii Bahaa…
Arsii Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa daa’ima ji’a 8tti dabalatee maatii guutuu hidhuun dhaga’ame. (SQ-Hagayyaa 11,2022) Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa…
Waraanni Bilxiginnaa manneen barnootaa mooraa waraanaa godhachuun sirna baruuf barsiisuu adda kutaa jiraachuun beekame. (SQ-Hagayyaa 11,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa Guutuu…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtomanii (UN) fi Eejansiin Mootummaa Itoophiyaa atattamaan deeggarsa yoo argatan malee baqattoonni kuma 750 ol waan nyaatan hin…
Waraanni Bilisummaa Oromoo Birgeediin Odaa Bulluq Cibraan Abiishee Garbaa fi Humni Furgaatuu Aduu Saafaa Loltoota Mootummaa irratti Tarkaanfii Fudhachuu Beeksise.…
Dhaabbatni safariikoom Hojii seeraa Qabeessaa Hojjechaa hin jiru jechuun Uummata Oromoo keessaatti Mufii Uume. (SQ-Hagayya 09,2022) Dhaabbatni safariikoom Hojii seeraa…
Waraanni Bilxiginnaa Gujii lixaa fi Qellem Wallaggaatti namoota nagaa lama ajjeesuun nama rakkoo sammuu qabu 1 rasaasaan madeessuun dhaga’ame. (SQ-Hagayya…
Gujii Bahaa Ona Liibanitti namoonni beelaan lubbuu dhaban. (SQ-Hagayya 09,2022) Gujii Bahaa Ona Liiban ganda 8 irraa ummata buqqa’ee karaa…
Hubachiisa Gamtaa Afrikaatiin Kenname Ilaalchisee Ibsa ABO Hagayya 08, 2022- Finfinnee Duudhaan bu’uuraa ABO, dhimmootni walitti bu’iinsaa fi siyaasaa kamuu…