Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Category: Uncategorized

Wallagga Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa 6 ol ajjeesuun dhaga’ame.
Uncategorized

Wallagga Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa 6 ol ajjeesuun dhaga’ame.

sqeerrooJuly 21, 2022

Wallagga Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa 6 ol ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 21,2022) Waraanni paartii Bilxiginnaa Adoolessa 20/2022 Godina Wallagga Bahaa…

Jaarmiyaan Mirga Namoomaaf Falmu Amanistii Internaashinaal Ajjeechaa Wallagga Lixaa Toleetti Raawwatame irratti Qorannoon Walabaa Akka Taasifamu Gaafate.
Uncategorized

Jaarmiyaan Mirga Namoomaaf Falmu Amanistii Internaashinaal Ajjeechaa Wallagga Lixaa Toleetti Raawwatame irratti Qorannoon Walabaa Akka Taasifamu Gaafate.

sqeerrooJuly 21, 2022July 21, 2022

Jaarmiyaan Mirga Namoomaaf Falmu Amanistii Internaashinaal Ajjeechaa Wallagga Lixaa Toleetti Raawwatame irratti Qorannoon Walabaa Akka Taasifamu Gaafate. (SQ-Adoolessa 21,2022) Jaarmiyichi…

Waraanni Bilxiginnaa Arsiitti maanguddoo gannaa 85 dabalatee namoota hedduu mana hidha keessa baase ajjeesuun dhaga’ame.
Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa Arsiitti maanguddoo gannaa 85 dabalatee namoota hedduu mana hidha keessa baase ajjeesuun dhaga’ame.

sqeerrooJuly 20, 2022

Waraanni Bilxiginnaa Arsiitti maanguddoo gannaa 85 dabalatee namoota hedduu mana hidha keessa baase ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 20,2022) Maqaa Waraana Bilisummaa…

Miseensonni Gamtaa Paartilee Mormitoota(Caucus of Opposition Parties) Waajjira Imbaasii UK(United Kingdom) Finfinnee Jiruutti Gaafatamtoota Biyyoota Adda addaa Waliin Walgahii Gaggeeffatan.
Uncategorized

Miseensonni Gamtaa Paartilee Mormitoota(Caucus of Opposition Parties) Waajjira Imbaasii UK(United Kingdom) Finfinnee Jiruutti Gaafatamtoota Biyyoota Adda addaa Waliin Walgahii Gaggeeffatan.

sqeerrooJuly 20, 2022

Miseensonni Gamtaa Paartilee Mormitoota(Caucus of Opposition Parties) Waajjira Imbaasii UK(United Kingdom) Finfinnee Jiruutti Gaafatamtoota Biyyoota Adda addaa Waliin Walgahii Gaggeeffatan.…

Koree Qindeessituu Mootummaa ce’umsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa har’a mana Murtiitti Walii gala Oromiyaa Calcalitti dhihaatan.
Uncategorized

Koree Qindeessituu Mootummaa ce’umsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa har’a mana Murtiitti Walii gala Oromiyaa Calcalitti dhihaatan.

sqeerrooJuly 19, 2022

Koree Qindeessituu Mootummaa ce’umsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa har’a mana Murtiitti Walii gala Oromiyaa Calcalitti dhihaatan. (SQ-Adoolessa 19,2022) Galmee Qaasim Abdullaahi…

Harargee Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa jumlaan hidha jiraachun dhagaa’ame.
Uncategorized

Harargee Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa jumlaan hidha jiraachun dhagaa’ame.

sqeerrooJuly 19, 2022

Harargee Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa jumlaan hidha jiraachun dhagaa’ame. (SQ-Adoolessa 19,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa, Uumata nagaa dararaa jiraachuu guyyaarraa…

TPLF Garee Mootummaa Itoophiya waliin Mari’atu ijaaruu beeksise.
Uncategorized

TPLF Garee Mootummaa Itoophiya waliin Mari’atu ijaaruu beeksise.

sqeerrooJuly 19, 2022

TPLF Garee Mootummaa Itoophiya waliin Mari’atu ijaaruu beeksise. (SQ-Adoolessa 19,2022) Waraanni ka’ee ji’oota 20 booda humnoonni Tigraay marii mootummaa Itoophiyaa…

Geeggeessaan Waldaa Haaromsa Finfinnee Heenook Dajanee Mana Murtiitti osoo hin dhiyaatiin achi buuteen dhabame.
Uncategorized

Geeggeessaan Waldaa Haaromsa Finfinnee Heenook Dajanee Mana Murtiitti osoo hin dhiyaatiin achi buuteen dhabame.

sqeerrooJuly 18, 2022

Geeggeessaan Waldaa Haaromsa Finfinnee Heenook Dajanee Mana Murtiitti osoo hin dhiyaatiin achi buuteen dhabame. (SQ-Adoolessa 18,2022) Itti aanaa dura taa’aa…

Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee.
Uncategorized

Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee.

sqeerrooJuly 18, 2022

Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee. (SQ-Adoolessa 18,2022) Godina Wallagga Bahaa…

Magaalaa Gambeelaatti daangaan sa’aatii kaa’ame
Uncategorized

Magaalaa Gambeelaatti daangaan sa’aatii kaa’ame

sqeerrooJuly 15, 2022

Magaalaa Gambeelaatti daangaan sa’aatii kaa’ame (SQ-Adoolessa 15,2022) Naanoo Gambeelaa, magaalaa guddoo keessatti daangaan sa’aatii kaa’amu motummaan naannichaa beeksiise. Naannichi akka…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Irreechi Birraa guyyaa Uummanni Oromoo bacaqii gannaa ofkalee booqaa birraatti ba’uu isaaf Waaqa isa Uumeef galata galchuuf jecha malkaa bu’uun kan irreeffatuudha.
  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.