Waraanni mootummaa Itiyoophiyaa obbolaa lama manaa fuudhee ajjeese.
Waraanni mootummaa Itiyoophiyaa obbolaa lama manaa fuudhee ajjeese. (SQ- Hagaya 04,2022) Guyyaa har’aa humni waraanaa Abiy bobbaase Oromiyaa lixaatti obbolaan…
Waraanni mootummaa Itiyoophiyaa obbolaa lama manaa fuudhee ajjeese. (SQ- Hagaya 04,2022) Guyyaa har’aa humni waraanaa Abiy bobbaase Oromiyaa lixaatti obbolaan…
Komiishiniin UN iddoo haleellaawwan itti raawwataman dhorkaa malee daawwachuuf hayyama gaafate. (SQ-Hagayya 4,2022) Komishiniin sarbama mirgoota namoomaa idil-addunyaa qoratu Dhaabbanni…
Shawaa Lixaa Ilfataatti Waraanni Faashistii Bilxiginnaa nama tokko ajjeessun manneen qonnaan bultoota 11 ibiddaan gube. (SQ-Hagayya 4,2022) Golee Oromiyaa hunda…
Wallagga Bahaa Saasiggaatti miseensa gaachana sirnaa nama ta’e qofatu tajaajila hawaasumma argata waan jedhameef jiraattonni rakkoof saaxilamaa jirra jedhu. (SQ-Hagayya…
Xoophiyaa keessatti Bara 2022 qofaa hongee, Covid-19 fi Waraana biyyattii mudateen namoonni miliyoona 29.7 miidhamaniiru jedhe UNICEF. (SQ-Hagayya 4,2022) Bara…
Beelli biyyoota gaanfa Afriikaa mudate birmannaa hatattamaa argachuudhaa baannaan hubaatii kan ammaa caalaa geessisuu danda’a jedhe Dhaabbanni Concern Worldwide. (SQ-Hagayya…
Ministir deetaan ministeera nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa Gujiitti beelli nama heddu fixee jedhan. (SQ-Hagayya 3,2022) Minister deetaan ministeera nageenyaa obbo…
Koreen Qindeessituu Mootummaa Ce’umsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 15ffaaf mana Murtii Walii gala Oromiyaatti dhiyaatan. (SQ-Hagayya 2,2022)…
Jaarmiyaan Mirga Gaazexeessitootaaf falmu CPJn Sadaasa bara 2020 irraa jalqabee Itoophiyaa keessatti gaazexeessitoonni fi hojjattoonni miidiyaa 63 hidhamanii jiru jedhe.…
Naannoo Oromiyaatti Namoota Mana Murtiin Bilisa Bahan Hidhaa Keessa Tursuun Baratamaa Dhufeera jedhe Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa. (SQ-Hagayya 2,2022) Komishiniin…