Dargaggoo Sulxaan Abbaa Joobir Jimmaatti hidhame

Suuraa sochii Faannoo Godina Jimmaa saaxilte jechuudhaan dargaggoon Sulxaan Abbaa Joobir hidhame

[SQ,Fulbaana 30 2023]ย 

Jiraataa Aggaaroo kan ta’ee fi dargaggoon erga Yuunivarsiitii irraa eebbifamee hojii mataa isaatii uumee jiraataa jiru Sulxaan Abbaa Joobir hidhame.

Sababaan hidhaa dargaggoo kanaa sochii Faannoo godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaa gara miidiyaaleetiin geesse maqaa jedhuu fi sochii faannoo saaxiluun isaa akka yakkaatti ilaalamuun hidhamuun isaa beekamee jira.

Yeroo ammaa kana hidhaan Oromiyaa guutuutti hojii dhaabbataa sirnichaa ta’ee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *