Ummatni akka gara Finfinnee hin imalleef ppn uggura kaayuu eegalte

Magaala Gimbiitti hawaasni geejjiba dhabuun danqame.

[SQ,Onkolooleess 2,2023]

Wallagga Lixaa magaalaa Gimbii irraa uummati Oromoo danqamuu odeessi magaalichaa arganne beeksisee jira.

Sababaan dhorka kanaa uummati Oromoo gara ayyaana Irreessaa Bishooftuu akka hin imalleef ta’uun beekamee jira.

Mootummaan Biltsiginnaa erga aangoo qabatee hanga ammaatti ayyaana uummata Oromoo isa guddicha kan ta’e Irreecha danqaa har’a kan ga’ee fncilli uummataa akkuma bara 2016 na mudata sodaa jedhurraa akka ta’e ni hubatama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *