Dirree Incinniitti waraanni PP dargaggoo tokko Lubbuu isaa dabarsuun dhagahame.

Dirree Incinniitti waraanni PP dargaggoo tokko Lubbuu isaa dabarsuun dhagahame.

(SQ-Hagayya 29,2022)

Guyyaa har’aa Hagayya 29, 2022 Godina Shaggar Lixaa Ona Dirree Incinnii keessatti waraanni Bilxiginnaa dargaggoo Misgaanaa Sobbooqaa ganda Nanoo Jidduu keessatti akka ajjeesan gabaasameera.

Daraggoon kun osoo magaalaa Incinnii irraa gara manaa galaa jiruu bakka Koollejji Tekinikaa fi BLTOtti waraana PP tiin rukutamee ajjeefame.

Misgaanaan ilmaa iyyeesaa ti; hirmaatnaa kamuu keessaa hin qabu; waraanni sirna dhabe kun nama ngaa fixaa jira jechuun ummatni Dirree dubbachuu maddeen ni hubachiisu.

Maddi: SBO

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *