Gullisootti waraanni shiftaa pp barattoota lama ajjeese

(SQ-Guraandhala 22, 2022)

Wallagga Lixaa aanaa Gullisoo ganda Mannii Waayyuu keessatti, guyyaa har’aa ganama waraanni shororkeessaa Abiy Ahmadiin hoogganamu barattoota lama kanneen:
1. Hambaa Tarrafuu fi2
. Lammii Guddinaa jedhaman ajjeese.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *