Hidhannoo hiikkachuun kan dandahamu nageenyi Tigiraay gaafa guutummaattimirkanaaye qofa jedhe TPLf

“Hidhannoon guutummaa guutuutti hiikkachuun kan dandahamu nageenyi Tigiraay yoo mirkanaaye qofa” obbo Iyyaasuu Tesfaayee.

“Hidhannoo guutummaatti hiikkachuun kan ta’u gaafa haalli nagaa Tigraay keessatti uumamu ta’a. Lixa Tigraay keessatti humnoonni hidhannoo adda addaa aangoo federaalaatiin ala ta’anii Kibba Tigraay keessatti ummata keenya gidiraa guddaa geessisaa jiru waan ta’eef mootummaan federaalaa itti gaafatamummaa qaba.” humnoota kana hidhannoo hiikkachuun hojii isaanii kan biraatti ce’uuf” jedhan.

“Nageenyaaf jecha meeshaa waraanaa hiikkachuu jalqabneerra. Waggaa tokko duras meeshaalee ulfaatoo dabarsinee kennine, achiis waraana keenya hedduu hiiksifne,” jechuun dabalaniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *