Humnootiin finxaaleyyii Amaaraa ilma Oromoo morma kutuun itti sirban

#yakka_ulfaataa

Humnootni Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon haala suukkaneessaan ilmaan Oromoo morma irraa kutanii handhuura irra kaayanii ittin dhaadataa jiru.

Minilikiin kaleessa harmaa fi harka muree seenaa jennee dhagahaa dhaloonni har’a gahe har’a immoo Seenaa minilikiin haaromsuuf finxaleyyiin Amaaraa Faannoon Morma ilmaan Oromoo kutuun ittiinย  dhaadataa jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *