Aangoo isaa tiksachuuf jeneraalota waraanaaf lafa Finfinnee keessatti akka kennamuuf Abiyyii Ahimed taasise.
Muummichi ministeeraa Abiyyi Ahimed aangoo isaa tiksachuuf warreen dhiiga ilmaan haadha hiyyeessaa dhangalaasaa barcuma isaa tiksaniif jeneraalota waraanaaf Finfinnee keessaa lafa kennaa jira.
ዐቢይ አህመድ የስልጣን እድሜውን ለማራዘም አዲስ አበባ ላይ ለጄኔራሎች መሬት እያደለ ነው።ንፁሀንን በመድፍና ድሮን እየገደሉ የሚገኙት የዐቢይ ስልጣን ጠባቂ ጄኔራሎች በደም የጨቀየ መሬት ተቀብለዋል። ጊዜው ሲደርስ ሁሉም ከተጠያቂነት አያመልጥም።