RIB fi Humna Addaa Naannoo Oromiyaatiin Namootni 52 ol ajjeefamuu KMI gabaase
waggoota lamaan jiddduutti namoonni 52 raayyaa ittisaatiifi miseensoota humna addaa naannoo Oromiyaatiin seeraan ala ajjeeffamaniiru jechuun KMI gabaase . Humnootiin…
waggoota lamaan jiddduutti namoonni 52 raayyaa ittisaatiifi miseensoota humna addaa naannoo Oromiyaatiin seeraan ala ajjeeffamaniiru jechuun KMI gabaase . Humnootiin…
#wallooโฆ. Fiinxaaleyyiin Amaaraa barsiisota boqonnaaf maatii gaafatanii bakka hojiitti deebi’aa jiran, barsiisota 8 dabalatee Oromoota konkolaataa uummataatin imalaa turan Shawaa…
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohamud Itoophiyaan waliigaltee ulaa galaanaa naannawa addatti baatee of bulchaa jirtu- Somaalilaand, waliin mallatteessite cichitee itti…
Mariin Araaraa Mootummaa #Itiyoophiyaa fi WBO gidduutti akka gaggeeffamu ๐บ๐ธ USAn gaafatte. Jeequmsi Impaayera Itiyoophiyaa keessatti bakkoota hedduutti adeemaa jiru…
Guyyaan Afaan dhalootaa (Haadhaa )Idil Addunyaa guutuu addunyaatti kabajamaa jira . Guyyaan Afaan dhalootaa Idil-addunyaa harโa guutuu addunyaatti mata duree…
Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa gabaasa baatii kanaa harโa baaseen dhimma #Oromiyaa keessatti lammiileen nagaan ajjeefaman jiran irratti osoo hin dubbatiin…
No difference betweenย the two dictators ย Mengistu Hailemariam and Abiyyiย Both came in power with soft beginnings to hide their…
#Oduu_Gaddaa Obbolaawwan Kaaba Shaggaritti Waraana Abbaa Irree Abiyyiin manaa baafamanii ajjeefaman Kaabaย shagaar Aanaa Hidhabuu Abootee Gandaa Amaara hafxiini keessatti…
Pireezidantiin Somaaliyaa yaa’ii AU addaan kutanii gara Moqdishootti deebiโu in beekame. Pirezidantiin Somaaliyaa humnoonni nageenyaa mootummaa Itoophiyaa walgahii Gamtaa…
”Humni nageenyaa Itoophiyaa galma wal-gahii Gamtaa Afrikaa akka hin seennef na dhorkuuf yaalaniiru” jedhan Pirezidaantin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad. โโGanama…