Waggoota Shanan darban ajjeechaan jumulaan ummata irratti Itiyoophiyaa keessatti raawwatamuu KMNI ibse
Mootummaan shakkamtoota irra deddeebin hidhuurra furmaata waaraa barbaaduun fala gaaridha jechuun KMNI ibse. Komishinin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Ibsa har’a baaseen…