Affeerraa Abbaa Irree Abiyyi ABo fi KFOn kufaa taasisan

ABO fi KFO dabalatee paartiileen mormitootaa 16 tahan marii MM Itiyoophiyaa Abbaan Irree Abiyyi Ahimed paartiilee mormitootaa waliin taasisuuf waamicha godhe haqa qabeessa miti jechuun kufaa taasisan.

Akka maartileen mormitootaa 16 maqaa Cocus jedhamuun beekaman jedhanitti yeroo hedduu Abiyyi Ahimed waliin wal arganii haala Itiyoophiyaan keessa jirtu irratti mariiyachuuf yaada dhiyyeessanis Abiyyi Ahimed waan hin fudhanneef kan amma Abiyyiin waamicha godhes olola miidiyaaf malee bu’aa qabeessummaa hin qabu jedhaniiru

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *