Hundeeffamuu ABO Waggaa 50ffaa ilaalchisee
Addi Bilisummaa Oromoo erga hundaayee waggaa 50ffaa isaa kabajachuuf jedha. Waxabajji 5/2023 Ummanni Oromoo martii fi qabsaawoti Oromoo Baga Gammaddan.…
Addi Bilisummaa Oromoo erga hundaayee waggaa 50ffaa isaa kabajachuuf jedha. Waxabajji 5/2023 Ummanni Oromoo martii fi qabsaawoti Oromoo Baga Gammaddan.…
Jaal Mikaa’el Booran ammas dhibee biraaf saaxilamee jira. (SQ – Waxabajjii 03, 2023) Guyyaa har’aa gara waldhaansaatti kan geeffame miseensi…
#Oduu_Gaddaa Faannoon Godina H/G/Wallaggaa Aanaa Amuruu ganda Makkannootti namoota nagaa ajjeesan. Humni Fixaaleyyii Amaaraa Faannoon hogganamu guyyaa kaleessa waxabajji…
Du’aan Boqotuu Obbo Urgeessaa Waaqkennee Dabaloo ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO – Waxabajjii 02, 2023 Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti qooda hin…
Marii Araaraa WBO Wajjinii adda Citee jiraachuu Mootummaan Itiyoophiyaa beeksise. Mariin Araaraa Waraana Bilisummaa Oromoo wajjin taasifamu Akka Dhaabate…
Weellisaa Darajjee Daggafaa magaalaa Sulultaatti rasaasan ajjeefame. Wixata galgala Caamsaa 29/2023 Wellisaa Darajjee Daggafaa osoo gara mana isaatti galaa jiruu…
Lixa Oromiyaatti jiraattonni 800,000 ta’an gaaga’ama namoomaatiif saaxilamanuu OCHAn gabaase. (SQ – Caamsaa 26, 2023) Rakkoo nageenyaa Lixa Oromiyaa Godinoota…
#ODUU_GADDAA😭 Baha shaggaritti Waraanni mootummaa 2 rasaasaan ajjeese! Caamsaa 25/2023 Baha shaggar Aanaa Liiban cuqqaalaatti murni waraana PPn onoota hundatti…
Ummatni Harargee Jimaa oomishu gabaatti hin baafatiin jechuun beelaan dhumi jechuudha Caamsaa 25/2023 Harageetti Jimaan akkuma Wallagaa fi…
A Press Statement on Constitutional Amendments proposed by the Ethiopian Institute of Policy Studies Last week, the Caucus of Opposition…