Haala Yeroo Oromiyaa fi Itiyoophiyaa Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Ibsa ABO – Fulbaanaa 2, 2022 Addi...
Haleellaa Finxaaleyyiin Amaaraa fi shororkeessitootni Faannoo aanaa Amuruu magaalaa Agamsaatti raawwataniin lubbuun namoota hedduu darbuu jiraattonni himan....
Waraanni Itoophiyaafi Ertiraa Kaaba-Lixa Tigraayiin haleellaa banan jedhe TPLF. (SQ-Fulbaana 1,2022) Waraanni mootummaa Itoophiyaafi Ertiraa Kaaba-Lixa Tigraayiin...
Ajjeecha Abbootii Gadaa Karrayyuu ilàlchisee Waldaan Ijaarsa Dubartoota Oromoo Idil Addunyaa xalayaa UNESCO dhaaf barreessee. (SQ-Hagayya 31,2022)...
Kaayyoo, akeeka fi barbaachisuu MCBNO maaliif? Mootummaan cehumsaa Biyyooleessa Naannoo Oromiyaa utubaa lammiilee Oromiyaa maraatti. Hundeeffamaa MCBNO...
Magaalaa Maqaleetti halkan edaa haleellaan diroonii gaggeefame. (SQ-Hagayya 31,2022) Magaala Maqaleetti halkan edaa haleellaan diroonii gaggeeffamuu aanga’oonni...
Shawaa Bahaa fi lixaatti waraanni Bilxiginnaa dargaggoota 3 ajjeesuun 3 madeessuun beekame. (SQ-Hagayya 30,2022) Mootummaan Bilxiginnaa maqaa...
Miidhama Magaalaa Agamsaatti Uummata Oromoo irra gahe haalaan Ulfaataa ta’uu ibsame. (SQ-Hagayya 30,2022) Weerara humna finxaaleyyii Faannoon...
Dirree Incinniitti waraanni PP dargaggoo tokko Lubbuu isaa dabarsuun dhagahame. (SQ-Hagayya 29,2022) Guyyaa har’aa Hagayya 29, 2022...
(SQ-Hagayya 29,2022) Fiilmiin Dokimentarii seenaa jirenyaa Art. Hacaaluu Hundeessaa irratti xiyyeefachuun Afaan Ingiliziin biyya alaatti qophaayee...