RIB Itiyoophiyaa Aanaa Boosat keessatti dubartii Oromoo haala sukkaneessaan ajjeesee gate

#Yakka_Sukkaneessicha 

Yakka Sukaaneessaa waraanni Abbaa Irree Abiyyiin hogganaman godina shaggar Bahaa Aanaa Boosat Ganda #Araarsoo fi Beerroo jedhaamu keessatti Shamaaree Suuraa ishee argitan kana kan Maqaan  ishee #Burtuukee_Guddataa jedhamti mana maatii isheetii qabanii badii tokko malee ati deeggartuu Waraana Bilisumma Oromooti jechuun qabanii hiidhaanii erga dararaa hamaa irraan gahanii booda waxabajji 27/2024 hiidhaa keessaa baasuun halkan galgala keessaa Naannoo saa’aatii 2:00tti akka Itiyoophiyaatti ajjeesanii reeffa ishee dirree ykn badhee irratti gataniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *