Waraanni Faadhistii Abbaa Irree Abiyyi Qeellam Wallaggaa Yaamaaloogii ganda Mucoo jedhamutti Ilmaan Oromoo haala sukkaneessaan ajjeesuun gateera.
Dargaggoo abdii biyyaa tahan waraanni afaan qawween ummata ajjeesuu fi saamu dhala namaa daandii gubbaatti hanbisaa jira.
Dargaggoota ajjeefaman keessaa kan maqaa arganne:
1.Galataa Taakkalaa
2.Yohaannis Gammachuu
Warri kaan,ammaaf eenyummaan isaanii adda hin baane.