Qondaalli siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa guyyaa kaleessaa Bitootessa 6/2024 mirga wabii Qr 100,000 manni murtii eeguufis erga kaffalamee booda murni Abbaa Irree Mana hidhaa irraa gadi lakkisuu didan.
jaal Battee Urgeessaa yakka tokko malee Humni pp qabee hidhuun mana hidhaatti dararaa jira.
maqaa koree nageenyaan Abiyyii Ahimed jalatti kan ijaaraman Shimmallis Abdiisaan kan hogganaman namoota sabboontota tahan hidhuu fi ajjeesuu ammallee akkuma itti fufanitti jiru.