Weellisaa Darajjee Dagafaa Sulultaatti ajjeefamuun dhagahame.

Weellisaa Darajjee Daggafaa magaalaa Sulultaatti rasaasan ajjeefame.

Wixata galgala Caamsaa 29/2023 Wellisaa Darajjee Daggafaa osoo gara mana isaatti galaa jiruu yeroo karra mana jireenyaa isaa bira gahu warri mana isaaf kireesse sagalee “hin deemu ani homaa hin balleessine maafan isin faana deema?” jedhu dhagahuu isaanii dubbatu.

Wal mormii sagalee diddaa daqiiqaa muraasa booda rasaasan ajjeesanii deemanii jiru.

Artist Darajjee Daggafaa
Eenyuun akka ajjeefame hanga ammaatti ifatti beekamuu baatus
Qaamota tikaan ajjeefamuu akka hin oolle himama.

Maatii fi jaallattoota Wellisaa Darajjee Daggafaaf jajjabina hawwina!

Rip!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *