Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: August 2022

Kaaba Oromiyaa Walloo keessatti humni addaa Amaaraa Shamarran Oromoo bifa nama suukkaneessuun dararaa jira.
Uncategorized

Kaaba Oromiyaa Walloo keessatti humni addaa Amaaraa Shamarran Oromoo bifa nama suukkaneessuun dararaa jira.

sqeerrooAugust 24, 2022

Kaaba Oromiyaa Walloo keessatti humni addaa Amaaraa Shamarran Oromoo bifa nama suukkaneessuun dararaa jira. (SQ-Hagayya 23,2022) Kaaba Oromiyaa godina Walloo…

Oromiyaa bakkoota adda addatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 5 ajjeesse.
Uncategorized

Oromiyaa bakkoota adda addatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 5 ajjeesse.

sqeerrooAugust 24, 2022

Oromiyaa bakkoota adda addatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 5 ajjeesse. (SQ-Hagayya 23,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa ajjeechaa suukanneessaa guyyaa guyyaan ilmaan…

Humni Addaa Amaaraa Wallootti Ummata Oromoo dararaa jiraachuun dhaga’ame.
Uncategorized

Humni Addaa Amaaraa Wallootti Ummata Oromoo dararaa jiraachuun dhaga’ame.

sqeerrooAugust 22, 2022

Humni Addaa Amaaraa Wallootti Ummata Oromoo dararaa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 22,2022) Golee Oromiyaa hunda keessatti dararaan Saba Oromoo irratti waraana…

Waraanni Bilxiginnaa Shaggar kaabaatti maanguddoo 1 rasaasaan ajjeesuun beekame.
Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa Shaggar kaabaatti maanguddoo 1 rasaasaan ajjeesuun beekame.

sqeerrooAugust 22, 2022

Waraanni Bilxiginnaa Shaggar kaabaatti maanguddoo 1 rasaasaan ajjeesuun beekame. (SQ-Hagayya 22,2022) Shaggar kaabaa Salaalee Aanaa Dagamitti waraanni Mootummaa pp Manguddoo…

Barsiistuu Poolii Teekinikaa Damee Amboo kan taate Seenaa Abdataa qaama hin beekamneen butamtee achi buteen ishee dhabame.
Uncategorized

Barsiistuu Poolii Teekinikaa Damee Amboo kan taate Seenaa Abdataa qaama hin beekamneen butamtee achi buteen ishee dhabame.

sqeerrooAugust 22, 2022

Barsiistuu Poolii Teekinikaa Damee Amboo kan taate Seenaa Abdataa qaama hin beekamneen butamtee achi buteen ishee dhabame. (SQ- Hagayya 22,2022)…

Waraanni Bilxiginnaa wallagga lixaa Mana Sibuutti dargaggoota 3 ajjeesun, gariin jumlaan hidhuun dhaga’ame.
Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa wallagga lixaa Mana Sibuutti dargaggoota 3 ajjeesun, gariin jumlaan hidhuun dhaga’ame.

sqeerrooAugust 21, 2022

Waraanni Bilxiginnaa wallagga lixaa Mana Sibuutti dargaggoota 3 ajjeesun, gariin jumlaan hidhuun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 21,2022) Maqaa sakatta’a Waraana Bilisummaa Oromoo…

OLF statement on the recent demarcation of boundaries between Finfinnee and Oromiya.
Uncategorized

OLF statement on the recent demarcation of boundaries between Finfinnee and Oromiya.

sqeerrooAugust 19, 2022

Boundary Making Alone Cannot Resolve the Underlying Segregation and Socio-Political and Economic Injustices OLF statement on the recent demarcation of…

Babalโ€™inni magaalaa Finfinnee bara 1987 as, aanaalee Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee 3 qofa keessaa gandoota 22 ol liqimsuu qorannoon Koree Waloo Bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin taasifame mirkaneesse.

sqeerrooAugust 19, 2022August 19, 2022

Babalโ€™inni magaalaa Finfinnee bara 1987 as, aanaalee Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee 3 qofa keessaa gandoota 22 ol liqimsuu qorannoon…

Golee Oromiyaa mara keessatti hidhaan ilmaan Oromoo irraatti gaggeeffamu akkuma hammaatetti itti fufe.
Uncategorized

Golee Oromiyaa mara keessatti hidhaan ilmaan Oromoo irraatti gaggeeffamu akkuma hammaatetti itti fufe.

sqeerrooAugust 19, 2022

Golee Oromiyaa mara keessatti hidhaan ilmaan Oromoo irraatti gaggeeffamu akkuma hammaatetti itti fufe. (SQ-Haggayya 19,2022) Finfinnee dabalatee guutuu Oromiyaa keessatti…

Artist Saartuu Usmaayyoo Muusaa magaalaa Finfinnee keessaatti humnoota tika mootummaan ukkamfamte.
Uncategorized

Artist Saartuu Usmaayyoo Muusaa magaalaa Finfinnee keessaatti humnoota tika mootummaan ukkamfamte.

sqeerrooAugust 18, 2022

Artist Saartuu Usmaayyoo Muusaa magaalaa Finfinnee keessaatti humnoota tika mootummaan ukkamfamte. (SQ-Hagayya 18,2022) Akka waahillan ishee SQtti himanitti, artist Saartuu…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • ๐——๐˜‚โ€™๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ณ ๐—•๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ถ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—”๐—•๐—ข ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—–๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ (๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ง๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—ฟ๐—บ๐˜‚๐˜‚) ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—œ๐—ท๐—ผ๐—ผ ๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ -๐—”๐—•๐—ข
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daaโ€™immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.