Reeffi Miseensa GS-ABO jaal Mo’iboon Baqqalaa gara magaalaa Naqamteetti ergame. (SQ-Onkoloolessa 13,2022) Miseensa GS-ABO J/Mo’iboon Baqqalaa Onkoloolessa...
Month: October 2022
Oromiyaatti namoonni kuma 225 ol taโan godinaalee shan keessa sababa hongeetiin yoo buqqaโan, Namoonni walakkaa miliyoonaa taโan...
Giddaa Ayyaanaatti Waldhabdee Faannoofi Milishoota Oromiyaa gidduutti uumamen Milishoonni 6 ajjeefamun 3 madaa’un dhaga’ame. (SQ-Onkoloolessa 12,2022) Onkoloolessa...
Humnoonni nageenyaa mootummaa hayyuu Oromoo Alamaayyoo Diroo hidhanii mirga mana murtiitti dhiyaachuusaa sarban. (SQ – Onkoloolessa 11,2022)...
Paarlaamaan Gamtaa Awuroppaa Itoophiyaa irra qoqqobbiin bittaa meeshaalee waraanaa akka kaa’amuuf wixinee qopheesse. (SQ-Onkoloolessa 10,2022) Waraana kaaba...
๐๐ก๐จ๐ซ๐จ๐ซ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐
๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ข ๐๐ข๐๐ก๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐๐ก๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข๐ซ๐๐ง ๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐ก๐๐ ๐๐ง๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐ฅ๐๐...
Warraa Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa nama tokko ajjeesse. (SQ-Onkoloolessa 9,2022) Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warraa Jaarsoo ganda Walee...
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa dargaggoo tokko ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 8,2022) Onkoloolessa 1,2022 Waraanni faashistii Bilxiginnaa Godina Shawaa lixaa...
Haleellaaa qilleensaa Tigraayi, Dangolaatitti raawwateen yoo xiqqaate namoonni shan ajjeefamuun beekame. (SQ-Onkoloolessa 8,2022) Haleellaa qilleensaa naannoo Tigraay...
Miseensonni koree Mootummaa Ce’umsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN lama mana murtiitti dhihaatan. (SQ – Onkoloolessa...