Arsii keessatti Waraanni sirna pp hogganamu Ummata Oromoo dararaa jiraachuun beekame
Waraanni Bilxiginnaa Arsii bakkoota heddutti uummata dararuu cimsee itti fufee. (SQ-Amajjii 12,2022) Kibbaa Baha Oromiyaa Godina Arsii onoota adda adda…
Waraanni Bilxiginnaa Arsii bakkoota heddutti uummata dararuu cimsee itti fufee. (SQ-Amajjii 12,2022) Kibbaa Baha Oromiyaa Godina Arsii onoota adda adda…
WBO’n Gujii lixaa Magaalaa Bulee Horaa keessatti hidhamtoota mana hidhaatii baasuu angaawootni mootummaa ibsan. (SQ-Amajjii 12,2022) Waraana Bilisummaa Oromoo gaafa…
𝐉𝐈𝐉𝐉𝐈𝐈𝐑𝐀𝐌𝐍𝐈 𝐈𝐃𝐃𝐎𝐎 𝐃𝐇𝐀𝐁𝐈𝐈𝐒𝐀 𝐇𝐀𝐐𝐀𝐀 𝐒𝐈𝐑𝐑𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐍 𝐓𝐀𝐀𝐒𝐈𝐒𝐔 𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐀𝐁𝐎 𝟎𝟖-𝟎𝟏-𝟐𝟎𝟐𝟐 Ajjeechaan waggootaaf Oromiyaa mancaasaa ture, achiis Kaaba, Tigraayitti cehe, ammammoo…
𝐊𝐢𝐛𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐋𝐚𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐑𝐨𝐨𝐫𝐫𝐨𝐨 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐆𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐁𝐎 – 𝐀𝐦𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝟎𝟕/𝟐𝟎𝟐𝟑. Kibbi…
Oromiyaa bakkoota adda addatti Waraanni Bilxiginnaa ilmaan Oromoo hidhuu jabeessee itti fufe. (SQ-Amajjii 5,2022) Kutaalee Oromiyaa adda adda keessatti tikniifi…
Miseensonni ABO Buleeyyiin durii Waraanni Waggaa 4f Oromiyaa irratti deemaa jiru gaaga’ama cimaa Oromoo irran ga’aa jira jedhan. (SQ-Amajjii 5,2022)…
Weellisaa Zarihuun Wadaajoo kaleen isaa lameen hojii dhaabuu erga beekamee ji’a sadii jedhan maatiin (SQ-Amajjii 3,2022) Weellisaa gameessi Zarihuun Wadaajoo…