Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: January 2023

Liyyuun haayiliin Amaaraa Ummata walloo irratti lola bananiin lubbuun namootaa darbe.
Uncategorized

Liyyuun haayiliin Amaaraa Ummata walloo irratti lola bananiin lubbuun namootaa darbe.

sqeerrooJanuary 21, 2023

Kaaba Oromiyya ummata Oromoo walloo irratti lola banameen lubbuun namootaa darbe.   Amajji 21/2023 Kaaba Oromiyaa irratti Liyyyuu hayiliin naannoo…

Uncategorized

Naannoo Oromiyaa fi Somaalee gidduutti walitti bu’insa uumameen lubbuun namaa darbe

sqeerrooJanuary 21, 2023

Walitti bu’iinsa ijaarsa hidha bishaaniirratti humnoota mootummaa Oromiyaa fi jiraattota Somaalii gidduutti uumameen lammileen nagaa3 yoo ajjeefaman, 12 madaa’uun  beekame.…

Waraana Kaabaan wal-qabatee haqa cehuumsaa ‘amanamaafi dhugaaf nan hojjadha’jedhe komishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa
Uncategorized

Waraana Kaabaan wal-qabatee haqa cehuumsaa ‘amanamaafi dhugaaf nan hojjadha’jedhe komishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa

sqeerrooJanuary 19, 2023

Waraana Kaabaan wal-qabatee haqa cehuumsaa ‘amanamaafi dhugaaf nan hojjadha’jedhe komishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa. Waraana Kaaba Itoophiyaatti gaggeeffameen wal qabatee sarbama…

Xumura kee yoo beekta ka’umsi kee salphaa siif tahuu dandaha.
Uncategorized

Xumura kee yoo beekta ka’umsi kee salphaa siif tahuu dandaha.

sqeerrooJanuary 17, 2023

Galma kee qaqqabuuf ka’umsa kee beekuun murteessaadha! Dhaabni Oromoofin qabsaaha ofiin jedhu kamuu aangoo barcumaa qabachuuf qofa osoo hin taane…

Sarbama Mirga namoomaa Itiyoophiyaa keessatti adeemaa jiru ulfaataa tahuu HRW beeksise
Uncategorized

Sarbama Mirga namoomaa Itiyoophiyaa keessatti adeemaa jiru ulfaataa tahuu HRW beeksise

sqeerrooJanuary 16, 2023

Itiyoophiyaa dabalatee Hoggantootni Afriikaa Dhittaa Mirga Namoomaa Lamiilee irra gahamu Dhaabsisuu hin dandeenyee jedhe Jaarmiyaan mirga Namoomaa Human Raayitis watch.…

Waraanni pp manneen Ummataa gubee barbadeesse
Uncategorized

Waraanni pp manneen Ummataa gubee barbadeesse

sqeerrooJanuary 16, 2023

Shawaa Lixaafi Gujii Lixaatti Waraanni mootummaa paartii Bilxiginnaa mana namoota 29 ibiddaan barbaadeese. (SQ-Amajjii 16,2022) Tibbana Kibbaa Oromiyaa Godina Gujii…

Ministeeronni Dhimma Alaa Fransayii fi Jarman haala nageenyaa Itiyoophiyaa irratti ibsa kennan
Uncategorized

Ministeeronni Dhimma Alaa Fransayii fi Jarman haala nageenyaa Itiyoophiyaa irratti ibsa kennan

sqeerrooJanuary 14, 2023

Hanga haqni ba’utti araarri dhugaan jiraachuu hin danda’u jedhan Ministeeronni dhimma alaa Jarmanii fi Firaansi (SQ-Amajjii 13,2023) Ministiroonni Dhimma Alaa…

Rakkoo Oromiyaa keessaa irratti dhaabbatni OLLAA jedhamu ibsa bal’aa baase
Uncategorized

Rakkoo Oromiyaa keessaa irratti dhaabbatni OLLAA jedhamu ibsa bal’aa baase

sqeerrooJanuary 14, 2023

Dhaabbanni OLLAA rakkoo Oromiyaa keessa tureef jjru irratti gabaasa balaa baase. (SQ-Amajjii 14,2022) Dhaabbanni OLLAA rakkoo Oromiyaa keessa tureef amma…

Naannoo Tigiraayitti araarri bu’us Oromiyaa keessatti jeequmsi hammaataa jira.
Uncategorized

Naannoo Tigiraayitti araarri bu’us Oromiyaa keessatti jeequmsi hammaataa jira.

sqeerrooJanuary 13, 2023January 13, 2023

“Jeequmsi Tigiraay keessaa qabbanaa’us, Oromiyaatti garuu boba’aa jira.   Sagalee Qeerroo ~ Amajji 13/2023 Gabaasa The New Humanitarian baaseen Oromiyaa…

Lola kaayyoof taasisuun W30n yoomillee injafataadha.
Uncategorized

Lola kaayyoof taasisuun W30n yoomillee injafataadha.

sqeerrooJanuary 12, 2023

Lola injifachuu hin dandeenyetti MM Abiyyi Ahimed ilmaan hiyyeessaa ficcisiisuu itti fufee jira.   MM Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimed erga marii…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daa’immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.