Raayyaan Ittisa Biyyaa Shaggar Kaabaatti namoota nagaa jumulaan ajjeese booda awwaalcha dhorke. Caamsaa 10/2023 ...
Year: 2023
Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane...
Saamtotni Eenyummaan isaanii hin beekamne Baakkoo fi naannoo isheetti maqaa W30 balleessaa jiru. Tibbana erga Araarri...
Mooraa Leenjii Sanqalleetti namootni ukkaamfaman dhukkuboota daddarbaadhaan du’aa fi Jireenya gidduu jiraachu himame. Caamsaa 01/2023 ====================== Sirni...
KFOn ‘sirni mootummaa waloo hunda hirmaachise’ akka bundeeffamu gaafate. KFOn walga’ii koree gidduu dhaabichaa guyyaa lamaaf...
Hayyuu Seera idil-addunyaafi dippilomaatii kan ta’an Obbo Baayyisaa Waaqwayyaa, mariin ABO-WBO fi Mootummaa gidduutti guyyoota sagaliif...
Itoophiyaa keessatti walabummaan miidiyaa sarbamaa jiraachuun ibsame. (SQ-Caamsaa 4,2023) Bara darbe qofa gaazexeessitoota 29 kan hiite Itoophiyaan...
E Waldaan Gargaarsa Oromoo/Oromo Relief Association (WGO/ORA) marsaa 2ffaadhaaf ummata keenya Booranaa waggoota shanan darbe walitti fufiinsaan...
Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyophiyaatti Biyya Lallabaa G/Shawaa Lixaatti hordooftooni amantichaa Marii taa’aan. Marii isaniinis mana...
Milkaa’insa Qabsoo Bilisummaa Oromootiif kanneen gufuu ta’an heedduun jiraatanis, gabaabsee akka armaan gadii kanatti katabuun fedhii kooti....