Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About
  • Home
  • Uncategorized
  • ๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐‚๐ž๐ž๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐…๐š๐ฅ๐š ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐ฎ๐๐š๐ญ๐ž๐ž ๐…๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐ž๐ž,๐˜๐š๐ค๐ค๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข

๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐‚๐ž๐ž๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐…๐š๐ฅ๐š ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐ฎ๐๐š๐ญ๐ž๐ž ๐…๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐ž๐ž,๐˜๐š๐ค๐ค๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข

April 3, 2022April 3, 2022sqeerroo
๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐‚๐ž๐ž๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐…๐š๐ฅ๐š ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐ฎโ—๐๐š๐ญ๐ž๐ž ๐…๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐ž๐ž,๐˜๐š๐ค๐ค๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข
#Impaayira Ethiopia afaan Qawween ijaaramtee afaan qawween ummattoota biyyattii bulchaa jirtu kessaatti Nagaha waaraa fi tasgabbii sabatiinsa qabu argamsiisanii mootummaa ummataa ummataan filame ummataaf filame ( Government by the people for the people) ijaaruuf jalqaba Mootummaa Ceehumsaa Biyyaalessaa (MCBNO) ijaaruun fala maayiiti!
Koree Bulchinsa Mootummaa Cehumsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa (KBMCBNO), MCBNO ijaaruuf utubame, hojii ijaarsaa sadarkaalee gara garaatti milkaahanii Sadarkaa Olaanaa jedhamu sadarkaa 3ffaa irra gahuun osoo hojjatamaa jiruu, murna maqaa mootummaa jedhuun ummattoota biyyattii afaan Qawween cafaqee bulchaa turee fi jiruun bakka isaan walgahii godhatanitti jumlaan hidhaman.
Jaallan Miseensota, Qondaalotaa fi gaazexeessitootni ONN kan kessaatti argaman Koree Bulchinsa Mootummaa Cehumsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa akkaataa mootummaa Ceehumsaa Buyyaalessaa Naannoo Oromiyaa (MCBNO) lafa qabsiisan irratti osoo marii taasisanii ji’oota 5 dura poolisii Federaalaan qabamuun Sabbataa Waajjira poolisii Aanaa 1ffaa tti erga hiraarfaamaa turanii booda, Koree Caasaa hawaasaa garaagaraa keessaa utubamtee Mootummaa kufe bakka buusanii Mootummaa Ceehumsaa biyyaalessaa naannoo Oromiyaa utubuun mootummaa ummataa ijaaruuf hojii ijaarsaa irra jirtu, maqaa fakkeessii #Fonqolcha_Mootummaa irratti gaggeessuuf osoo mari’atanuu qabe jedhu itti moggaasuun ji’oota shan booda himanna Sobaa irratti baneera. Biyya Mootummaan hin jirretti mootummaa maal fonqolchu? Ifatti karaa nagahaan qabsoon taasifamu akkamiin Fonqolcha tahaa?
Fonqolcha jechuun, Humna Qawween lolee aangoo dhuunfatuu dha. Bifa Seera Qabeessaa fi nagaan rakkoo jiru furuuf sochoโ€™uun mirga malee fonqolcha miti.
Mootummaa Ceehumsaa Ijaarachuun Fala Rakkoo Biyyattii Mudatee Furuuti Malee Yakkaa Miti! Kanaaf, Himata sobaa fi fakkeessiin jaallan dararuun Shiraa fi daba murni kun aangoo polotikaa humnaan dheereffachuuf taasisaa jiruu dha.
Jaallan himanni Sobaa kun irratti banamee Sabbataa Waajjira Poolisii Aanaa/Ona 1ffaa fuudhamuun sabbataa Daalattitti geefgaman kunneen,
1. Qaasiim Abdulaahii Abbaa waarii
2. Seefuu (Jaal Gabbisaa Lammii Fayyisaa )Abbaa Tamaam
3. Mahaamad Waadoo Buusee
4. Dessuu Duulaa Gaashee
5. Lammii Tesfayee Baraartii.
6. Biqilaa Amanuu Abbaa Shoomaa
7. Kaliifaa (Gammachiis )Abdulfattaa Abduraahim
8. Mahamad Isaa Yeesuuf
9. Toofiiq Amaan Roobaa
10. Adiinaan Yeesuuf Abdoo.
11. Najaash Mahamad Amiin.
12. Usmaan Adam Ahimad
13. Daraaraa (Tarreekumaa Asaffaa Baacaa )
14. Callaa Usmaa’eel
15. Mahaammad Ahimad Mahaammad.
16. Dachaasaa wiirtuu
17. Kadiir Sayiid Jiiloo
Kanneen jedhamanii dha.

Share this:

  • Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
  • Click to share on X (Opens in new window) X

Related

Uncategorized

Post navigation

Waraanni Bilxiginnaa Arsiifi Shaggar Lixaatti ilmaan keessantu Bosona jira jechuun Abbootiifi Haadholii hedduu hidhan.
Arsii Bahaa Aanalee adda addatti Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Manaaf haadha manaa dabalatee namoota 9 ol hidhuun dhaga’ame.

Related Posts

Abbaa fi Ilma bakka tokkotti ajjeesuun qabeenya isaanii hundas mancaase.

(SQ Adoolessa 27,2022) Arsii Lixaa aanaa Nansabii keessatti waraanni abbaa irree koloneel Abiyyi Ahmad, abbaa fi ilma bakka tokkotti ajjeesuun…

Share this:

  • Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
  • Click to share on X (Opens in new window) X
Wallaggaa Bahaa Kiramuutti Finxaaleyyiin Amaaraa haadholii Oromoo 2 ajjeesuun 1 madeessan.

(SQ-Waxabajjii 1,2022) Caamsaa 29,2022 gaanama sa’aa 12:00 irratti Finxaaleyyiin Amaaraa godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu Ganda Booqaa bakka Laftiin jedhamuutti,…

Share this:

  • Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
  • Click to share on X (Opens in new window) X
Humni Addaa Amaaraa Wallootti Ummata Oromoo dararaa jiraachuun dhaga’ame.

Humni Addaa Amaaraa Wallootti Ummata Oromoo dararaa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 22,2022) Golee Oromiyaa hunda keessatti dararaan Saba Oromoo irratti waraana…

Share this:

  • Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
  • Click to share on X (Opens in new window) X

Leave a Reply Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • ๐——๐˜‚โ€™๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ณ ๐—•๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ถ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—”๐—•๐—ข ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—–๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ (๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ง๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—ฟ๐—บ๐˜‚๐˜‚) ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—œ๐—ท๐—ผ๐—ผ ๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ -๐—”๐—•๐—ข
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daaโ€™immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.