Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Liiban Cuqqaalaatti Waraanni PP Ummata nagaa goolaa jiru.
(SQ Eblaa_ 23,2022)
Liiban_Cuqqaalaatti hidhaan jabaate!
Maatii qabsaa’otaa hidhuun qabsoo akka hin laaffisne qabsaa’onnis warri biyya bulchina ofiin jettus tolchitee beekti. Maatiin qabsaa’otaa waan beekan osoo qabaatanii hidhamanii homaa rakkoo tokko hin qabu. Namoonni ganda Muummee kosooroo irraa qabaman:
1. Obbo Qumbii Hordofaa
2. Obbo Mitikkuu Miidhaksoo
3. Obbo Bobbaasoo Hordofaa
4. Obbo Lammaa Dayyaasoo
5.Obbo Taaddasaa Baqqalaa Manguddoo Ganna 80 olii
6. Dr. Danuu Sisaay
7. Obbo Aabbuu Sisaay.
Ganda Daglagalaa Jiddaarraa immoo:-
1.Haadha Manaa Obbo Siidaa Taliilaa yeroo lammaffaaf
2. Obbo Kombolee Hawaas. Kanneeniin yakka tokko malee Mana hidhaa keessatti dararaa jiraachuu maddeen keenyi achi nuuf dhaamaniiru.
https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB