Shaggar Lixaatti Waraanni Bilxginnaa Dargaggoo Boonsaa Ayyalaa ajjeesan.

(SQ-Bitootessa 2/2022)

Godina Shaggar Lixaa Ona Liiban Jaawwiitti kaleessa Bitootessa 1,2022 Waraanni Bilxginnaa Dargaggoo Boonsaa Ayyalaa jedhamu badii tokko malee rasaasaan ajjeesuun reeffa isaa lagatti gatuun dhagaa’ame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *