Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo keessatti Hidhaan jabaatee itti fufee jira. (SQ-Hagayya 13,2022) Godina Horroo Gudurruu...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Adeemsi Oromoo moggaatti dhiibuu Safaricom adeemsa mootummoonni Itoophiyaa barootaaf hirmaannaa fi fayyadamtummaa Oromoon dinagdee keessa qabu xiqqeessuuf...
Finfinnee Keessatti Dargaggootaa fi Sabboontota Oromoo ta’an ukkaamsanii mana hidhaatti darbuun akkuma itti fufetti jira. (SQ-Hagayya 15,...
Wiliyaam Ruutoon Prezedaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun filatame. (SQ-Hagayya 15,2022) Komishineerri Filannoo Biyyaalessaa Keeniyaatti hoogganaa kan ta’an Wafula...
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosat Ganda Hadheechaatti finxaaleyyii Faannoo daangaa dabruun lubbu namoota 7 galaafate. (SQ-Hagayya 15,2022)...
Bulchiinsi magaalaa Sulultaa weerara lafaa Finxaaleyyiin Amaaraa amantaa dawoo godhachuun magaalichatti raawwatan irratti tarkaanfii fudhachuuf waadaa galee...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abbay Coomman Suluula Finca’aatti Waraanni Bilxiginnaa manneen Qonnaan bultootaa 6 fi dubartii...
Hoogganootaa fi Qondaalota ABO Manni Murtii Akka Hidhaadhaa Hiikaman Murteesse Ammallee Hin Hiikamne. (SQ-Hagayya 12,2022) Miseensota Shanee...
Godina Guraageetti Manni marii Murtoo Uummanni Gaafate Fudhate. (SQ-Hagayya 11,2022) Manni Marii Godina Guraagee, godinoota ollaa isaa...
Waraanni Bilxiginnaa Godina Arsii Bahaa Aanota Garaagaraatti Manneen Qotee Bulaa gubuu cimsee itti fufee jira. (SQ-Hagayya 11,2022)...