Harargee lixaatti maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo qallabdu jedhuun hidhaan jabaatee itti fufuu jiraattonni himan. (SQ-Hagayyaa 8,2022) Waraanni...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Oromiyaatti Beelli Dhoksamee Lubbuu Namaa Galaafataa Jira jedhe Kongireesii Federaalawaa Oromoo KFO’n. (SQ-Hagayyaa 8,2022) Godinaalee Oromiyaa garaa...
(SQ-Hagayya 7,2022) Waraanni mootummaa Bilxiginnaa maqaa “Shanee” barbadeessuu jedhuun qe’ee ummataa weeraree hammeenya raawwataa jiru, Hagayya 05,2022...
Horroo Guduruu Wallaggaatti Waraanni Bilxiginnaa Dargaggoo tokko mana hidha baasun ajjeessan. (SQ-Hagayyaa 7,2022) Hagayyaa 5,2022 Godina Horroo...
Waraanni Bilxiginnaa shawaa kaabaatti Daa’ima waggaa 10 ajjeesuun, qonnaan bultoota 2 madeessun uummata nagaa qe’ee isaanirraa buqqisaa...
Amuruutti Shiftoonni Faannoo dubartii ulfa baatii 8 fi Ilmoo ishee ajjeesan. (SQ – Hagayya 06,2022) Godina Horroo...
Godina Wallagga lixaa Ona mana Sibuu Magaalaa Mandii keessatti Mootummaa Shiftaa pp Dargaggoo Solomoon Taaddasaa Lataa rasaasa...
Godina Wallagga Bahaa Ona kiiramuu keessatti waraanni pp barataa kutaa 8ffaa ajjeese. (SQ-Hagayya 5,2022) Guyyaa kaleessaa Hagayyaa...
Waraanni mootummaa Itiyoophiyaa obbolaa lama manaa fuudhee ajjeese. (SQ- Hagaya 04,2022) Guyyaa har’aa humni waraanaa Abiy bobbaase...
Komiishiniin UN iddoo haleellaawwan itti raawwataman dhorkaa malee daawwachuuf hayyama gaafate. (SQ-Hagayya 4,2022) Komishiniin sarbama mirgoota namoomaa...