Shawaa Lixaa Ilfataatti Waraanni Faashistii Bilxiginnaa nama tokko ajjeessun manneen qonnaan bultoota 11 ibiddaan gube. (SQ-Hagayya 4,2022)...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Wallagga Bahaa Saasiggaatti miseensa gaachana sirnaa nama ta’e qofatu tajaajila hawaasumma argata waan jedhameef jiraattonni rakkoof saaxilamaa...
Xoophiyaa keessatti Bara 2022 qofaa hongee, Covid-19 fi Waraana biyyattii mudateen namoonni miliyoona 29.7 miidhamaniiru jedhe UNICEF....
Beelli biyyoota gaanfa Afriikaa mudate birmannaa hatattamaa argachuudhaa baannaan hubaatii kan ammaa caalaa geessisuu danda’a jedhe Dhaabbanni...
Ministir deetaan ministeera nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa Gujiitti beelli nama heddu fixee jedhan.
Ministir deetaan ministeera nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa Gujiitti beelli nama heddu fixee jedhan.
Ministir deetaan ministeera nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa Gujiitti beelli nama heddu fixee jedhan. (SQ-Hagayya 3,2022) Minister deetaan...
Koreen Qindeessituu Mootummaa Ce’umsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 15ffaaf mana Murtii Walii gala Oromiyaatti...
Jaarmiyaan Mirga Gaazexeessitootaaf falmu CPJn Sadaasa bara 2020 irraa jalqabee Itoophiyaa keessatti gaazexeessitoonni fi hojjattoonni miidiyaa 63...
Naannoo Oromiyaatti Namoota Mana Murtiin Bilisa Bahan Hidhaa Keessa Tursuun Baratamaa Dhufeera jedhe Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa....
Mootummaan Bilxiginnaa Magaalaa Finfinnee keessatti dargaggoota jimaa gurguraanii jiraatan 22 hidhuun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 2,2022) Mootummaan Bilxiginnaa kutaalee...
Gocha Gara Jabinaan Yuunvarsiitii Boongaa Keessatti Barattoota Oromoo Irratti Raawwatamaa Jiru gadi Jabeessinee Balaaleffatna. Ibsa ABO–Hagayya 01,...