Google,n Afaan Oromoo dabalatee afaanota 24 tajaajila Afaan Hiikuutti dabale
Google,n Afaan Oromoo dabalatee afaanota 24 tajaajila Afaan Hiikuutti dabale (SQ-Caamsaa 12,2022) Google’n tajaajila afaan hiikuu (Google Translate) Afaan Oromoo…
Google,n Afaan Oromoo dabalatee afaanota 24 tajaajila Afaan Hiikuutti dabale (SQ-Caamsaa 12,2022) Google’n tajaajila afaan hiikuu (Google Translate) Afaan Oromoo…
Kibbaa Bahaa Oromiyaatti Waraanni Bilxiginnaa Qondaalota ABO naannicha dabaltee uummata Nagaa jumlaan hidha jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 11,2022) Waraanni Paartii Bilxiginnaa…
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxginnaa namoota nagaa 3 ajjeesuun mana Uummataa 10 ibiddaan gube. (SQ-Caamsaa 11,2022) Godina Shawaa Lixaa aanaa Ilfataa…
Ajjeechaa Jumlaa ummata Oromoorratti Raawwatamaa Jiru Kan Dhaabsisu Qabsoo Qofa Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 10, 2022 Murni aangoo irra…
Gargaarsi namoomaa Lixa Oromiyaa hammaataa dhufeera jedhe UN. (SQ-Caamsaa 10,2022) Erga baatii Amajjjii waggaa baranaatii haalli gargaarsa namoomaa Lixa Oromiyaa…
Shaggar Lixaatti Waraanni Bilxginnaa Mana fi Qabeenya Uummata Gube. (SQ-Caamsaa 9,2022) Caamsaa 8,2022 Giddu Gala Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Daangaa Tigiraay fi Ertiraa irratti loli turun dhaga’amee. (SQ-Caamsaa 9,2022) Bakkeewwan daangaa Itiyoo Ertiraaraarratti humnoonni Tigraay Ertiraa irratti haleellaa meeshaalee…
Walitti bu’iinsa amantii Itoophiyaatti mudatee hordofee qorannoon walabaa akka taasifamu UN gaafate (SQ-Caamsaa 8,2022) Komishinarri Olaantuu Mirgoota Namoomaa UN Misheel…
Waraanni Mootummaa Bilxiginnaa Shawaa Lixaa fi Wallaggaatti Caamsaa 5fi 6 ,2022 namoota nagaa 12 ol ajjeesse. (SQ-Caamsaa 8,2022) Mootummaan Bilxiginnaa…
Mootummaan Paartii Bilxiginnaa kasaaraa Lola WBO Waliin Gaggeessaa Jiru Keessatti Irra Ga’eef Haloo Ba’uuf Jecha Ilmaan Oromoo Nagaa Gara Jabinaan…