Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home

Category: Uncategorized

Gujiifi Shaambuutti waraanni mootummaa dargaggoo tokko rasaasaan ajjeesan
Uncategorized

Gujiifi Shaambuutti waraanni mootummaa dargaggoo tokko rasaasaan ajjeesan

sqeerrooJanuary 25, 2023December 25, 2024

Gujii lixaa aanaa Dugdaa Daawwaa keessatti hidhattoonni murna bilxiginnaa ilma Oromoo tokko rasaasa itti roobsun ajjeesan. Amajjii 25, 2023 Ajjeechaan…

Murni pp dachee Oromiyaa dirree dhiigaa gochuu jabaatee itti fufe.
Uncategorized

Murni pp dachee Oromiyaa dirree dhiigaa gochuu jabaatee itti fufe.

sqeerrooJanuary 25, 2023

Mootummaan Federaalaa Aangoo isaa dheereffachuuf Isaayaasiin qabatee Mootummaa Naannoo Amaaraa Waliin Dachee Oromiyaa irratti Ummata Oromoo irratti ajjeechaa suukanneessaa jumlaa…

Hojii gaggeessaan Baankii Birhaan sababa Oromoo taheef hojiirraa kaafaman
Uncategorized

Hojii gaggeessaan Baankii Birhaan sababa Oromoo taheef hojiirraa kaafaman

sqeerrooJanuary 25, 2023

Baankiin Birhan obbo Baayisaa Milkeessaa Oromoo mindeessitan hoggana distiriiktii lixa Finfinnee irraa kaase. 25 Amajjii 2023 Baankiin dameelee 200 ol…

Miseensonni RIB gara WBOtti harka kennatan.
Uncategorized

Miseensonni RIB gara WBOtti harka kennatan.

sqeerrooJanuary 25, 2023January 25, 2023

Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii 6 godina baha Wallagaa aanaa Saasiggaa fi Qellem Wallaggaa keessatti WBOtti harka kennatan. Amajjii 25, 2023…

Waraanni PP Aanaa Boosat keessatti dararaa ummataa irraan gahe.
Uncategorized

Waraanni PP Aanaa Boosat keessatti dararaa ummataa irraan gahe.

sqeerrooJanuary 25, 2023

Giddugala Oromiyaa baha Shaggar ona boosat keessatti dararaan waraana, kaabinoota, milishootaa fi basaastota murna bilxiginnaatiin uummata Oromoo onichaa irratti gaggeefamaa…

Humni addaa naannoo Amaaraa lola baneenn kaaba Oromiyaa Walloo irratti miidhaa qaqqabsiise.
Uncategorized

Humni addaa naannoo Amaaraa lola baneenn kaaba Oromiyaa Walloo irratti miidhaa qaqqabsiise.

sqeerrooJanuary 24, 2023January 24, 2023

Humni addaa naannoo Amaaraa lola baneenn kaaba Oromiyaa Walloo irratti miidhaa qaqqabsiise. Amajji 20/2023 irraa eegalew Ummata keenya Walloorratti lola…

Itoophiyaan abidda ofii qabsiifteen gubataa jirti!
Uncategorized

Itoophiyaan abidda ofii qabsiifteen gubataa jirti!

sqeerrooJanuary 24, 2023

Itoophiyaan abidda ofii qabsiifteen gubataa jirti! Sagalee Qeerroo Amajji 24/2023 Itoophiyaan gaafa fedhii sabootaan alatti eenyummaa sabootaa ukkaamsitee humna qawwee…

Mana hidhaa Burraayyuurra!
Uncategorized

Mana hidhaa Burraayyuurra!

sqeerrooJanuary 24, 2023January 24, 2023

Mana hidhaa Burraayyuurra! Qondaali ABO Dr Gadaa Oljirraa mana hidhaa Buraayyuutti baay’ee dhukkubsachuun yaalaa dhorkamuun dhaga’ame. (SQ-Amajjii 24,2023) Waggaa sadii…

ONN
Uncategorized

ONN

sqeerrooJanuary 24, 2023
kaaba oromiyaa godina saba Oromoo Jiillee Dhummuuggaatti lola banameen lubbuun ilmaan Oromoo hedduun darbee / qabeenyis gubaachuun dhaga’ame.
Uncategorized

kaaba oromiyaa godina saba Oromoo Jiillee Dhummuuggaatti lola banameen lubbuun ilmaan Oromoo hedduun darbee / qabeenyis gubaachuun dhaga’ame.

sqeerrooJanuary 24, 2023

kaaba oromiyaa godina saba Oromoo Jiillee Dhummuuggaatti lola banameen lubbuun ilmaan Oromoo hedduun darbee / qabeenyis gubaachuun dhaga’ame. (SQ-Amajjii 24,2023)…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.