Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Category: Uncategorized

Hogganni ABO MGS Baha Oromiyaatti irra deebiin hidhame.
Uncategorized

Hogganni ABO MGS Baha Oromiyaatti irra deebiin hidhame.

sqeerrooDecember 29, 2022

Miseensi Gumii Saba ABO J/Oromsiis Elemoo Hidhame (SQ – MUDDE 28,2022) Miseensi Gumii sabaa ABO J/Oromsiis Elemoo Kamisaa darbe halkan…

Artst Sabboonaa Tafarraa Finfinnee keessatti humnoota tikaan ukkaamsame.
Uncategorized

Artst Sabboonaa Tafarraa Finfinnee keessatti humnoota tikaan ukkaamsame.

sqeerrooDecember 29, 2022December 29, 2022

Artistoota Oromoo ukkaamsanii dhabamsiisuun ammas jabaatee itti fufee jira. Sirni kaleessa Artistoota Oromoo qaroo Eebbisaa Addunyaa hanga Hacaaluu Hundeessaatti galaafate…

Barruun NEW LINES Jedhamu kan Amerikaa tahe Haleellaan Diroonii Oromiyaa keessatti gaggeeffamuu ragaan dhugoomsee ifoomse.
Uncategorized

Barruun NEW LINES Jedhamu kan Amerikaa tahe Haleellaan Diroonii Oromiyaa keessatti gaggeeffamuu ragaan dhugoomsee ifoomse.

sqeerrooDecember 29, 2022

Barruun biyya Ameerikaa NEW LINES jedhamu, qorannoo walabaa gaazexeessitoota isaatiin adeemsiseen, haleellaan Diroonii lammiilee nagaa Oromiyaa irratti mootummaatiin raawwatamuu mirkaneesse.…

Abee Dongorootti  Faannoon Amaaraa weerara bananiin manneen Ummataa gubuun qabeenyaa ummataa konkolaataan fe’atee saamaa jira.
Uncategorized

Abee Dongorootti  Faannoon Amaaraa weerara bananiin manneen Ummataa gubuun qabeenyaa ummataa konkolaataan fe’atee saamaa jira.

sqeerrooDecember 28, 2022December 28, 2022

  Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti humni Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon qabeenyaa ummataa saamuun manneen ummataa barbadeessaa jiru. Mudde…

Waldaan Maccaafi Tuulamaa ajjeechaa fi weerara Oromiyaa irratti raawwataa jiru balaaleffachuudhaan yaada furmaataas dhiyeesse.
Uncategorized

Waldaan Maccaafi Tuulamaa ajjeechaa fi weerara Oromiyaa irratti raawwataa jiru balaaleffachuudhaan yaada furmaataas dhiyeesse.

sqeerrooDecember 27, 2022December 27, 2022

Waldaan Maccaafi Tuulamaa ajjeechaa fi weerara Oromiyaa irratti raawwataa jiru balaaleffachuudhaan yaada furmaataas dhiyeesse. Mudde 27/2022> Waldaan Walgargaarsaa Maccaa fi…

Wallagga lixaa Baabboo Gambeeliif Begiitti waraanni PP daa’ima ganna sagalii dabalatee namoota nagaa hedduu ajjeese.
Uncategorized

Wallagga lixaa Baabboo Gambeeliif Begiitti waraanni PP daa’ima ganna sagalii dabalatee namoota nagaa hedduu ajjeese.

sqeerrooDecember 27, 2022

Wallagga lixaa Baabboo Gambeeliif Begiitti waraanni PP daa’ima ganna sagalii dabalatee namoota nagaa hedduu ajjeese. (Sagalee Qeerroo Mudde 27,2022) Godina…

Barataa Yuuniversiitii Bulee Horaa waggaa 4ffaa irratti sirni Oromoo fi oromiyaa hacuucu murtee dabaa dabarse.
Uncategorized

Barataa Yuuniversiitii Bulee Horaa waggaa 4ffaa irratti sirni Oromoo fi oromiyaa hacuucu murtee dabaa dabarse.

sqeerrooDecember 25, 2022

Barataa Yuuniversiitii Bulee Horaa waggaa 4ffaa irratti sirni Oromoo fi oromiyaa hacuucu murtee dabaa dabarse. Mudde 25/2022 Barataa Liiban Moluu…

Humnoonni nageenyaa mootummaa qe’ee koo saamuun, ilma koo hidhan- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa
Uncategorized

Humnoonni nageenyaa mootummaa qe’ee koo saamuun, ilma koo hidhan- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa

sqeerrooDecember 23, 2022

Humnoonni nageenyaa mootummaa halkan sa’aatii mana jireenyaa Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa godina Shawaa Bahaa magaala Maqiitti  argamu cabsanii seenuun erga…

Giddaa Ayyaanaatti haleellaa Faannoon namoonni 12 ajjeefaman.
Uncategorized

Giddaa Ayyaanaatti haleellaa Faannoon namoonni 12 ajjeefaman.

sqeerrooDecember 22, 2022

Giddaa Ayyaanaatti haleellaa Faannoon namoonni 12 ajjeefaman. (Sagalee Qeerroo Mudde 22,2022) Godina Wallagga Bahaa Ona Giddaa Ayyaanaatti haleellaa haaraa tibbana…

Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti ilmaan Oromoo waraana waloo humna finxaaleyyii fi RIBn ajjeeffaman.
Uncategorized

Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti ilmaan Oromoo waraana waloo humna finxaaleyyii fi RIBn ajjeeffaman.

sqeerrooDecember 22, 2022

Ilmaan Oromoo Harargee bara 1996 fi 1997 keessa sababa hoongeen buqqa’anii godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu qubsiifaman waraana waloo humna…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Irreechi Birraa guyyaa Uummanni Oromoo bacaqii gannaa ofkalee booqaa birraatti ba’uu isaaf Waaqa isa Uumeef galata galchuuf jecha malkaa bu’uun kan irreeffatuudha.
  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.