Rakkoo Oromiyaa keessaa irratti dhaabbatni OLLAA jedhamu ibsa bal’aa baase
Dhaabbanni OLLAA rakkoo Oromiyaa keessa tureef jjru irratti gabaasa balaa baase. (SQ-Amajjii 14,2022) Dhaabbanni OLLAA rakkoo Oromiyaa keessa tureef amma…
Dhaabbanni OLLAA rakkoo Oromiyaa keessa tureef jjru irratti gabaasa balaa baase. (SQ-Amajjii 14,2022) Dhaabbanni OLLAA rakkoo Oromiyaa keessa tureef amma…
“Jeequmsi Tigiraay keessaa qabbanaa’us, Oromiyaatti garuu boba’aa jira. Sagalee Qeerroo ~ Amajji 13/2023 Gabaasa The New Humanitarian baaseen Oromiyaa…
Lola injifachuu hin dandeenyetti MM Abiyyi Ahimed ilmaan hiyyeessaa ficcisiisuu itti fufee jira. MM Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimed erga marii…
Waraanni Bilxiginnaa Arsii bakkoota heddutti uummata dararuu cimsee itti fufee. (SQ-Amajjii 12,2022) Kibbaa Baha Oromiyaa Godina Arsii onoota adda adda…
WBO’n Gujii lixaa Magaalaa Bulee Horaa keessatti hidhamtoota mana hidhaatii baasuu angaawootni mootummaa ibsan. (SQ-Amajjii 12,2022) Waraana Bilisummaa Oromoo gaafa…
𝐉𝐈𝐉𝐉𝐈𝐈𝐑𝐀𝐌𝐍𝐈 𝐈𝐃𝐃𝐎𝐎 𝐃𝐇𝐀𝐁𝐈𝐈𝐒𝐀 𝐇𝐀𝐐𝐀𝐀 𝐒𝐈𝐑𝐑𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐍 𝐓𝐀𝐀𝐒𝐈𝐒𝐔 𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐀𝐁𝐎 𝟎𝟖-𝟎𝟏-𝟐𝟎𝟐𝟐 Ajjeechaan waggootaaf Oromiyaa mancaasaa ture, achiis Kaaba, Tigraayitti cehe, ammammoo…
𝐊𝐢𝐛𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐋𝐚𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐑𝐨𝐨𝐫𝐫𝐨𝐨 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐆𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐁𝐎 – 𝐀𝐦𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝟎𝟕/𝟐𝟎𝟐𝟑. Kibbi…
Oromiyaa bakkoota adda addatti Waraanni Bilxiginnaa ilmaan Oromoo hidhuu jabeessee itti fufe. (SQ-Amajjii 5,2022) Kutaalee Oromiyaa adda adda keessatti tikniifi…
Miseensonni ABO Buleeyyiin durii Waraanni Waggaa 4f Oromiyaa irratti deemaa jiru gaaga’ama cimaa Oromoo irran ga’aa jira jedhan. (SQ-Amajjii 5,2022)…
Weellisaa Zarihuun Wadaajoo kaleen isaa lameen hojii dhaabuu erga beekamee ji’a sadii jedhan maatiin (SQ-Amajjii 3,2022) Weellisaa gameessi Zarihuun Wadaajoo…