Yuuniversiitii Wallaggaa damee Shaambuutti Barattootni mormiitti jiru
#Shaambuu Barattootni yuuniversiitii wallaggaa damee shaambuu hiriira mormii sirna pp balaaleffatu gaggeeffamaa jira. Mudde 13/2022 Warraaqsi jiraachuu fi jiraachuu dhabuu…
#Shaambuu Barattootni yuuniversiitii wallaggaa damee shaambuu hiriira mormii sirna pp balaaleffatu gaggeeffamaa jira. Mudde 13/2022 Warraaqsi jiraachuu fi jiraachuu dhabuu…
Humni waraanaa bilxiginnaa Amboo keessatti barattoota ukkaamsee dhabamsiisaa jira. Mudde 12/2022 Ajjeechaa sukkaneessaa finxaaleyyiin Amaaraa ilmaan Oromoo irratti raawwataniif Murni…
Finfinnee Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Jeneraal Waaqoo Guutuu irraa Barsiisota 4 dabalatee barsiisotni hedduun humna waraanaan ukkaamsamuun hidhaman. Mudde-12/2022 …
Ummatni Oromoo Mormii gaggeessu keessatti mormii Innikkaati. Mormii Innikkaa jechuun maal? mudde 12/2022 Mormii Innikkaa jechuun 👇 “Mormiin cunqursaa fi…
Mormii barattoonni taasisan torban lammaffaa itti fufeera. <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 12/2022> Barattoonni Yuunversiitii Wallaggaa Damee Gimbii lagannaa nyaataa taasisuun…
Hidhattoonni Benishaangul Gumuz waraana Federaalaa, Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Faannoo waliin ta’uun uummata Oromoo irratti lola bananii jiraachuun dhaga’ame. <Sagalee…
Barattoonni Yuunversiitii Saayinsiifi Teknoloojii Adaamaa borurraa eegalee barnoota akka dhaaban hubachiisan. <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 11/2022> Barattoonni Yuunversiitii Saayinsiifi Teknoloojii…
Jardagaa Jaarteen har’a harka humnoota Amaaraa harkaa ba’uun dhaga’ame. <Sagalee Qeerroo Mudde ~ 11/2022> Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa…
IBSA EJJENNOO BARATTOOTA UNIVERSITY SAAYINSII fi TEEKNOOLOOJII ADAAMAA(ASTU) Muddee 2022 Akkuma beekamu yeroo ammaa kana keessatti uummanni Oromoo daangaa isaarraa…
Waamicha ABOn ummatni Oromoo of irraa ittisee of baraaruu qaba jedheen hawaasni Oromoo biyya Ambaa Sudaan jiraatan ummata isaanii ajjeefamaa…