Uummanni Aanaa Kiiramuu guutummaatti buqqa’aniiru”
Uummanni Aanaa Kiiramuu guutummaatti buqqa’aniiru” <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 3/2022> Lola hidhattoonni Amaaraa ‘Faannoo’ jedhaman uummata Oromoo irratti bananiin Godina…
Uummanni Aanaa Kiiramuu guutummaatti buqqa’aniiru” <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 3/2022> Lola hidhattoonni Amaaraa ‘Faannoo’ jedhaman uummata Oromoo irratti bananiin Godina…
Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti haleellaa hidhattoonni “Faannoo” gaggeessaniin namoonni hedduun ajjeefaman, ummanni Oromoo aanichaa hundi buqqa’e Sagalee Qeerroo -Mudde 3/2022…
Humni hidhate daangaa Oromiyaa cehuun Ummata Oromoo wallaggaa irratti weerara banuun lubbuu hedduu galaafate. Sagalee Qeerroo -Mudde 3/2022 Wallaggaa godina…
Waggaa har’a Abbootii Gadaa Karrayyuu bakka tokkotti jumlaan dhuman! 1.Kadiiroo Hawaas Boruu / Abbaa Bokkuu Gadaa Michiilee /Dilboo Bookaa 2.Jiloo…
Yoo Qabsaahaa Haqaa taati wantoota armaan gadii hojiirra Oolch • Ummatni Oromoo makmaaksa fokkataa”Kan Haadha tiyya fuudhe martinuu naaf Abbaa…
Oromiyaa Bakkoota addaa addaatti waraanni Bilxiginnaa uummata jumlaan hidhuu jabeessee itti fufe. (SQ-Mudde 1,2022) https://t.me/hordofaa Saba Oromoofi lammilee Oromiyaa ba’uuf…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Gudurutti Waranni Bilxiginnaa Manguddoo 1 ajjeese. (SQ-Sadaasa 29,2022) https://t.me/hordofaa https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB Sadaasa 27,2022 Godina Horroo Guduruu…
Barsiisonni yuunivarsiitii yeroo hin murtoofneef hojii akka dhaaban beeksisan. (SQ-Sadaasa 29,2022) Akka xalayaan Ministeera Barnootaa fi Mana Maree Bakka Bu’oota…
Shawaa Lixaafi Harargee Bahaatti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa lama ajjeesse. (SQ-Sadaasa 26,2022) Godina Harargee bahaa aanaa Baddannoo araddaa Jirruu Balliitti…
Naannoon Oromiyaa naannoo tasgabbiin irraa fagaate ta’ee itti fufeera jedhe ACLED’n. (SQ-Sadaasa 26,2022) Torbaanota lamaan darbanitti lolli 11 Oromiyaa keessa…