(SQ-Bitootessa 4,2022)
Hayyuu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) jaal Daawud Ibsaa Ebla 2, 2021 irraa eegalee Hidhaa mana keessaa akka jiran gareen Boordii Filannoo Biyyaalessaa irraa ergame qulqulleesse.
Boordichi Xalayaa Komishiinii Poolisii Federaalaa fi Tajaajila Nageenya fi Odeeffannoo Biyyalessaaf barreessen hatattamaan akka hidhaa bahan gaafateera.!