Oduu gaddaa

Oduu gaddaa

(SQ_Onk 02,2022)

Dargaggoo Haftaamuu Dhibbaa Baqqalaa dhalataa Godina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Onkoloolessa 01,2022 Irreecha Hora Finfinne irratti qabamee reebicha waraanni sirna Bilxiginnaan irraan gaheen dandamachuu dadhabuun lubbuun isaa maddeen gabaasaniiru.

Itti dabaluun dargaggootni gariin reebicha ulfaataa isaan irratti raawwatameen hedduu miidhamuun akka mana yaalaa jiran maddeen gabaasaniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *