Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman
Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman (SQ-Bitootessa 10, 2022) Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti barsiisaa Gammachuu Wiirtuu…
Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman (SQ-Bitootessa 10, 2022) Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti barsiisaa Gammachuu Wiirtuu…
‘Itoophiyaatti hongeen horii mil. 1.5 fixe, uummata kuma 170 qe’eerraa buqqise’ jedhe UN! SQ-Bitootessa 9/2022! Dhaabbatni Biyyoota Gamtoomanii ibsa baaseen…
Ajjeechaa Artisti Haacaaluutiin Hoogganoota ABO irratti shirri qindeeffamaa jira (SQ – Bitootessa 9, 2022) Shiraa murni gabroomfataa pp yeroo ammaa…
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxginnaa Dargaggoota 4 mana hidhaa keessaa baasuun ajjeesan. (SQ-Bitootessa 9,2022) Godina Shawaa Lixaa Aanaa Meettaa Walqixxeetti torbee…
Ministirri haajaa alaa Raashiyaa Sargee Laaviroov fi kan Yuukireen Dimitroo Kuleebaa Tarkiitti akka wal-arguuf jedhan Ministeerri haajaa alaa Raashiyaa hime.…
Addi Bilisummaa Guyyaa Dubartootaa Sadarkaa idil-addunyaatti Bitootessa 8 Kabajamu Akka Guyyaa Seeana-qabeessaatti fayyadamuudhaan sarbiinsa mirga namoomaa Itoophiyaa keessatti dubartoota irratti…
OLF Considers the March 8 International Women’s Day as a significant Historical Event and denounce the Human Rights violations against…
Sibuu Sireetti waraanni Bilxiginnaa fi Finxaaleyyiin Amaaraa wal ta’uun namoota nagaa 8 ajjeesan SQ-Bitootessa 8/2022! Gocha duguuggaa sanyii Oromoo irratti…
Qondaalli ABO Obbo Battee Urgeessaa mana hidhaatti akkaan dhibamanii yaala ga’aa dhabuun akka isaan yaaddesse Abukaatoon isaanii Dr Tokkummaa Dhaabaa…
Xoophiya keessatti gatiin zayiitaa Nyaataa dachaan dabaluun yaaddoo guddaa uume. (SQ-Bitootessa 7,2022) Xoophiyaa keessatti sababa waraanaan walqabatee dinagdeen biyyattii erga…