Heerri naannolee akka jijjiiramuuf gaaffiin dhiyaate!
Heerri naannolee akka jijjiiramuuf gaaffiin dhiyaate! (SQ-Bitootessa 7,2022) Warreen mirga sabootaa fi sablammootaa mulquuf barbaadan heera balleessuu irratti xiyyeeffatanii hojjatu.…
Heerri naannolee akka jijjiiramuuf gaaffiin dhiyaate! (SQ-Bitootessa 7,2022) Warreen mirga sabootaa fi sablammootaa mulquuf barbaadan heera balleessuu irratti xiyyeeffatanii hojjatu.…
(SQ-Bitootessa 6,2022) Godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Gannatii keessatti kadireefi poolisiin Bilxginnaa namoota hedduu mana hidhaatti guuraa jiraachuun dhagaa’ame…
Qondaali ABO jaal Obbo Battee Urgeessaa Dhibee Tiruun Qabamee Wal’aansa Dhorkame! (SQ-Bitootessa 5,2022) Itti gaafatamaa Sab-qunnamtii ABO jaal Battee Urgeessaa…
(SQ-Bitootessa 5,2022) Kaleessa galgala har’aatti bari’u Yuunversiitii Finfinnee Kiiloo 6 fi damee Yuunversiitii Finfinnee kan Fayyaa Safara Salaam jedhamu keessatti…
Barataa Abduuba Tanii kan kaleessa Yuunversiitti Wachaaamootti rasaasaan rukkatame dhoksuuf yaalaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Bitootessa 4,2022) Kaleessa Yuunversiitii Waachaaamootti walitti bu’iinsa…
(SQ-Bitootessa 4,2022) Hayyuu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) jaal Daawud Ibsaa Ebla 2, 2021 irraa eegalee Hidhaa mana keessaa…
Yuunversiitii Waachaamootti walitti bu’iinsa Barattoota Oromoo fi Amaaraa gidduutti uumameen barataan Oromoo tokko rasaasaan mataa yoo rukkuutamu heddun ammoo miidhaman.…
,Manni murtii Birbirsa Gooroo beellama Qondaalota ABO galmee jaal Yeroosan jala jiran achi fageessuun dhaga’ame (SQ-Bitootessa 3,2022) Qondaalota ABO kanneen…
Booranatti hojjettoonni mootummaa hiriiraa ba’uun saamicha Bilxiginnaa balaaleffatan. (SQ-Bitootessa 3,2022) Bitootessa 3,2022 Godina Booranaa Aanaa Waacilleetti hojjettoonni mootummaa hiriira…
Manni Maree Mirga Namoomaa UN komishinaroota dhimma Itoophiyaa qoratan muude. (SQ-Bitootessa 3,2022) Manni Maree Nageenyaa UN sarbama mirga namoomaa naannoo…