Arsiitti Waraanni mootummaa namoota 9 rashane
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti ajjeechaan murtee seeraa malee namoota nagayaa 9 irratti raawwatamuun dhagahame. Loltoonni mootummaa ganda Haqoo Kaarraa…
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti ajjeechaan murtee seeraa malee namoota nagayaa 9 irratti raawwatamuun dhagahame. Loltoonni mootummaa ganda Haqoo Kaarraa…
Mootummaan Itoophiyaa waraana Kaaba Itoophiyaatti waggoota lamaaf gageefamaa ture keessatti dirooniiwwan kanatti fayyadamaa hiree waraana sanaa jijiiruu danda’eera. dironii Godina…
Godina Horroo Guduruutti Dirooniin ummata nagaa irratti boombii darbachuuf osoo lafa tti dhiyyaattee jirtuu sababa hin beekamneen kuftee caccabde. Oromiyaa…
‘Raayyaan Ittisa Biyyaa’ Paartii Bilxiginnaa Gocha Hammeenyaa Suukanneessaa Ummata Nagaa irratti raawwachuu itti fufe. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Waraanni Paartii…
Ameerikaan Itoophiyaa bakka lolli deemaa jiru hundatti dhukaasni akka dhabbatu gaafatte. Amerikaan karaa Ambaasaddara ishee Itiyoophiyaa jiru Maasingaa Ergaa mootummaa…
Muummichi ministeeraa Slovakia haalaan miidhamaniiru. Ministirri Muummee Islovaakiyaa Roobart Fiikoo rasaasaan rukutamee hospitaala keessatti yaalamaa jira . Namichi ganna 59…
Today, on Monday, May 13, 2024, President Joe Biden’s special envoy to the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer held…
Caayaan Utubaa ABO badhaasa Award argate! Caayaan Utubaa ABO qabsoo Bilisummaa Oromoo kan ABOn hogganamu keessatti ga’ee olaanaa gumaachuu isheetiif …
#Arsii Duguuggaa Sanyiitu Arsii Aanaa Sirkaatti Waraana faashistii Abiyyiin ummata irratti raawwatame. Godina Arsii Aanaa Sirkaa, Xareetaatti guyyaa kaleessaa Caamsaa…
Child development in the early years is crucial because it lays the foundation for all future learning, behavior, and health.…