Wallootti humnootiin Finxaaleyyii Amaaraa Barsiisota Saba Oromoo tahan 8 ajjeesan.
#walloo…. Fiinxaaleyyiin Amaaraa barsiisota boqonnaaf maatii gaafatanii bakka hojiitti deebi’aa jiran, barsiisota 8 dabalatee Oromoota konkolaataa uummataatin imalaa turan Shawaa…